Burqaa Ispoortii
Buy ads: https://telega.io/c/BurqaaIspoortii Contact us @Burqasupport
- 24 hours
- โ15
- 7 days
- โ
- 30 days
- โ
- Reactions
- 79
- Reposts
- 1
- Comments
- 2
Subscriber growth
Burqaa Ispoortii has 197,627 subscribers.
Daily numbers, last 30 days
| Date | Subscribers | Change | Posts | Avg. post views |
|---|---|---|---|---|
| 20 Nov | 197,627 | โ12 | 114 | 7,801 |
| 19 Nov | 197,639 | โ | 16 | 10.2K |
Views as a post ages
Average views at each age, posts of the last 30 days.
- 1 h
- 4,320
- 3 h
- 8,374
- 6 h
- 8,934
- 12 h
- 12.3K
When it posts
Times in UTC. 130 posts in 90 days.
Recent posts
-
โญ๏ธ Fernaandiinhoo leenjisaa isaa duraanii Maanchistar Siitii Peep Gaardiyoolaa waliin deebi'ee walitti dhufe. Bara 2019 Peep Gaardiyoolaan akkas jedhee osoo Fernaandiinhoo hin jiru taa'ee wanti nuti hojjenne hundi hin danda'amu ture. ๐ ๐๐๐๐๐โช @BurqaaIspoortii ๐๐๐๐๐โช @BurqaaIspoortii โก ใ ค โใ ค โฒ ๐ โ๏ธ หกแถฆแตแต หขแตแตแต หขสฐแตสณแต แตโฟแตแตแตแต แถแตแตแตแตโฟแต
-
โญ๏ธ Kiristiyaanoo Ronaaldoo tapha kubbaa miilaa isaa irratti adabbii 38ffaa isaa fashaleese har'aa. Al Nassiir keessaattii 6 fashaleesse. ๐๐๐๐๐โช @BurqaaIspoortii ๐๐๐๐๐โช @BurqaaIspoortii โก ใ ค โใ ค โฒ ๐ โ๏ธ หกแถฆแตแต หขแตแตแต หขสฐแตสณแต แตโฟแตแตแตแต แถแตแตแตแตโฟแต
-
โญ๏ธTaphattoota Goolii hedduu Liigii Sa'udii irraatti galchaan 1. Ivaan Toonii - Goolii 13 2. Roonaaldoo - Goolii 8 ๐๐๐๐๐โช @BurqaaIspoortii ๐๐๐๐๐โช @BurqaaIspoortii โก ใ ค โใ ค โฒ ๐ โ๏ธ หกแถฆแตแต หขแตแตแต หขสฐแตสณแต แตโฟแตแตแตแต แถแตแตแตแตโฟแต
-
โญ๏ธ Viiseent Koompaanii dhukkuba isaa irraa dandamatee hojiitti deebi'eera. ๐ฅ ๐๐๐๐๐โช @BurqaaIspoortii ๐๐๐๐๐โช @BurqaaIspoortii โก ใ ค โใ ค โฒ ๐ โ๏ธ หกแถฆแตแต หขแตแตแต หขสฐแตสณแต แตโฟแตแตแตแต แถแตแตแตแตโฟแต
-
๐ขVarjiil Vaandaayik torbee kana tapha Pirimeer Liigii 350ffaa kan taasisu ta'a. ๐๐๐๐๐โช @BurqaaIspoortii ๐๐๐๐๐โช @BurqaaIspoortii โก ใ ค โใ ค โฒ ๐ โ๏ธ หกแถฆแตแต หขแตแตแต หขสฐแตสณแต แตโฟแตแตแตแต แถแตแตแตแตโฟแต
-
โญ๏ธ Doonnarumman gaโumsi dhiheenya kana Maanchistar Siitiif agarsiise gaarii akka hin taane waan beekuuf ofitti mufateera. [via cmckennasport] ๐๐๐๐๐โช @BurqaaIspoortii ๐๐๐๐๐โช @BurqaaIspoortii โก ใ ค โใ ค โฒ ๐ โ๏ธ หกแถฆแตแต หขแตแตแต หขสฐแตสณแต แตโฟแตแตแตแต แถแตแตแตแตโฟแต
-
โญ๏ธ Piriimiyerliigiin fuulaa isaanii irraatti 7-0 ๐๐๐๐๐โช @BurqaaIspoortii ๐๐๐๐๐โช @BurqaaIspoortii โก ใ ค โใ ค โฒ ๐ โ๏ธ หกแถฆแตแต หขแตแตแต หขสฐแตสณแต แตโฟแตแตแตแต แถแตแตแตแตโฟแต
-
๐Akka lukkuu qofatti hin ilaaliin๐ฉ ๐ฃHanga karaa ceesifteen gara qabeenyaa si ceesifiti๐ค โ๏ธโ๏ธโ๏ธ โ๏ธ Okbetz.bet
-
Meesii is back ๐ฅ๐ฅ๐ฅ๐ฅ๐ฅ๐ฅ๐ฅ ๐๐๐๐๐โช @BurqaaIspoortii ๐๐๐๐๐โช @BurqaaIspoortii โก ใ ค โใ ค โฒ ๐ โ๏ธ หกแถฆแตแต หขแตแตแต หขสฐแตสณแต แตโฟแตแตแตแต แถแตแตแตแตโฟแต
-
๐ธโค๏ธ ๐๐๐๐๐โช @BurqaaIspoortii ๐๐๐๐๐โช @BurqaaIspoortii โก ใ ค โใ ค โฒ ๐ โ๏ธ หกแถฆแตแต หขแตแตแต หขสฐแตสณแต แตโฟแตแตแตแต แถแตแตแตแตโฟแต
-
๐จBREAKING ! Fulhaam waliigaltee Kaalviin Baasii, kan xiyyeeffannoo Maanchistar Yunaayitid keessa galee jiru, dheeressuuf tattaaffii gochaa jira. #TheAthletic ๐๐๐๐๐โช @BurqaaIspoortii ๐๐๐๐๐โช @BurqaaIspoortii โก ใ ค โใ ค โฒ ๐ โ๏ธ หกแถฆแตแต หขแตแตแต หขสฐแตสณแต แตโฟแตแตแตแต แถแตแตแตแตโฟแต
-
๐จ Miikeel Arteetaa, Maartiin รdegaard taphataa itti aanu waliigaltee haaraa mallatteessu taโuu dandaโuu isaa yeroo gaafatametti: Eeyyee, Maartin รdegaard as akka turu nan barbaada.Inni nuuf taphataa murteessaa dha. Maartin Arsenaal keessatti raawwii isaa fooyyeessaa fi gara fuulduraatti tarkaanfachaa jira. ๐๐๐๐๐โช @BurqaaIspoortii ๐๐๐๐๐โช @BurqaaIspoortii โก ใ ค โใ ค โฒ ๐ โ๏ธ หกแถฆแตแต หขแตแตแต หขสฐแตสณแต แตโฟแตแตแตแต แถแตแตแตแตโฟแต
-
โญ๏ธ Haansii Filik fi Ziinaddin Ziidaan bara leenjisummaa isaaniitti taphaa xumuraaf gahan mo'amanii hin beekan. โ Ziidaa taphoota 9 xumuraaf gahee 9 injifannoo. โ Haansii Filik taphoota 8 xumuraaf gahee 8 injifannoo ๐๐๐๐๐โช @BurqaaIspoortii ๐๐๐๐๐โช @BurqaaIspoortii โก ใ ค โใ ค โฒ ๐ โ๏ธ หกแถฆแตแต หขแตแตแต หขสฐแตสณแต แตโฟแตแตแตแต แถแตแตแตแตโฟแต
-
๐Jiโoota 6n dura... ๐๐๐๐๐โช @BurqaaIspoortii ๐๐๐๐๐โช @BurqaaIspoortii โก ใ ค โใ ค โฒ ๐ โ๏ธ หกแถฆแตแต หขแตแตแต หขสฐแตสณแต แตโฟแตแตแตแต แถแตแตแตแตโฟแต
-
๐ Hir'ini gatii kun yeroo muraasa qofaaf tura! โ Nama Afaan Ingliffaa tokko jedhee barachuu barbaaduuf Moojula qophaa'e argachuuf Telegram @Bel_academy3 or Lakkoobsa kanaan telegram ykn WhatsApp 0942-41-2500 Nu quunnamaa! โ Pdf dha waan ta'eef eessayyuu teessanii argachuu dandeessu! โ Barattoota Sadarkaa gadiif illee bu'uura jabaa dha. โ Essayyuu Teessanii Online barachuu dandeessu. โ Qaamaan Buraayyuu TsaaraTsiyoon dhuftanii barachuu dandeessu! Channel telergam keenya join godhaa! https://t.me/BEL_ACADEMY2
-
๐ขMaanchister Yunaayitid deeggartoota 4 adabeera. Maanchister Yunaayitid deeggartoota 4 Istaadiyoomii Old Traafoord iratti maatii Gileezer mormuun kubbaa teenisaa gara dirree darbatan yoo xiqaate waggaa sadiif gara dirree akka hin seenne adabaniiru. Tapha Maanchister Yunaayitid Roomaa waliin taasise iratti yeroo kilabiin isaanii 2fi0n duurfamu daqiqaa 20ffaa iratti kuubbaa Tenisaa gara dirree darbatanii turan. ๐๐๐๐๐โช @BurqaaIspoortii ๐๐๐๐๐โช @BurqaaIspoortii โก ใ ค โใ ค โฒ ๐ โ๏ธ หกแถฆแตแต หขแตแตแต หขสฐแตสณแต แตโฟแตแตแตแต แถแตแตแตแตโฟแต
-
๐ขOfficial: Biraahim Diyaaz koontiraata Riyaal Maadriid waliin qabu hanga bara 2031tti dheeresseera. ๐๐๐๐๐โช @BurqaaIspoortii ๐๐๐๐๐โช @BurqaaIspoortii โก ใ ค โใ ค โฒ ๐ โ๏ธ หกแถฆแตแต หขแตแตแต หขสฐแตสณแต แตโฟแตแตแตแต แถแตแตแตแตโฟแต
-
๐ขPoochetiinhoon, Burnoon dursaa garee keenyaat, inni garee keenyaaf barbaachisaadha, akkasumas taphattoonni biroos garee keenyaaf barbaachisoodha. ๐๐๐๐๐โช @BurqaaIspoortii ๐๐๐๐๐โช @BurqaaIspoortii โก ใ ค โใ ค โฒ ๐ โ๏ธ หกแถฆแตแต หขแตแตแต หขสฐแตสณแต แตโฟแตแตแตแต แถแตแตแตแตโฟแต
-
๐ขPoochetiinhoo, kilaba guddaa akka Maan Yuunaayitidiif iddoo amma jiruu olitu malaaf. ๐๐๐๐๐โช @BurqaaIspoortii ๐๐๐๐๐โช @BurqaaIspoortii โก ใ ค โใ ค โฒ ๐ โ๏ธ หกแถฆแตแต หขแตแตแต หขสฐแตสณแต แตโฟแตแตแตแต แถแตแตแตแตโฟแต
-
โญ๏ธHaarii Keen har'a kilabii isaa duraanii Tootinhaam Akkaadaamii daawwate! ๐๏ธ ๐๐๐๐๐โช @BurqaaIspoortii ๐๐๐๐๐โช @BurqaaIspoortii โก ใ ค โใ ค โฒ ๐ โ๏ธ หกแถฆแตแต หขแตแตแต หขสฐแตสณแต แตโฟแตแตแตแต แถแตแตแตแตโฟแต
Questions about Burqaa Ispoortii
How many subscribers does Burqaa Ispoortii have?
Burqaa Ispoortii (@BurqaaIspoortii) has 197,627 subscribers as of November 20, 2026.
What is Burqaa Ispoortii about?
It is listed in Sports & Fitness, and posts mostly in Oromo. The channel describes itself as: โBuy ads: https://telega.io/c/BurqaaIspoortii Contact us @Burqasupportโ
Where does Burqaa Ispoortii rank?
By subscribers it is #25 in Sports & Fitness, #27 in ๐ช๐น Ethiopia, #2 among Oromo channels, #1,092 worldwide.
Does Burqaa Ispoortii post ads?
None of its 130 posts in the last 30 days carried an ad label such as #ad or Sponsored. Unlabelled promotions canโt be detected.
Statistics updated 5 hours ago.