Burqaa Ispoortii
Buy ads: https://telega.io/c/BurqaaIspoortii Contact us @Burqasupport
- 24 часа
- −15
- 7 дней
- –
- 30 дней
- –
- Реакции
- 79
- Репосты
- 1
- Комментарии
- 2
Динамика подписчиков
Подписчиков у канала «Burqaa Ispoortii»: 197 627.
По дням, последние 30 дней
| Дата | Подписчики | Изменение | Посты | Ср. просмотры поста |
|---|---|---|---|---|
| 20 ноя | 197 627 | −12 | 114 | 7 801 |
| 19 ноя | 197 639 | – | 16 | 10,2 тыс. |
Просмотры по возрасту поста
Средние просмотры в каждом возрасте, посты за последние 30 дней.
- 1 ч
- 4 320
- 3 ч
- 8 374
- 6 ч
- 8 934
- 12 ч
- 12,3 тыс.
Когда публикует
Время по UTC. 130 постов за 90 дней.
Последние посты
-
⭕️ Fernaandiinhoo leenjisaa isaa duraanii Maanchistar Siitii Peep Gaardiyoolaa waliin deebi'ee walitti dhufe. Bara 2019 Peep Gaardiyoolaan akkas jedhee osoo Fernaandiinhoo hin jiru taa'ee wanti nuti hojjenne hundi hin danda'amu ture. 👏 𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @BurqaaIspoortii 𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @BurqaaIspoortii ♡ ㅤ ⎙ㅤ ⌲ 🔕 ✉️ ˡᶦᵏᵉ ˢᵃᵛᵉ ˢʰᵃʳᵉ ᵘⁿᵐᵘᵗᵉ ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ
-
⭕️ Kiristiyaanoo Ronaaldoo tapha kubbaa miilaa isaa irratti adabbii 38ffaa isaa fashaleese har'aa. Al Nassiir keessaattii 6 fashaleesse. 𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @BurqaaIspoortii 𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @BurqaaIspoortii ♡ ㅤ ⎙ㅤ ⌲ 🔕 ✉️ ˡᶦᵏᵉ ˢᵃᵛᵉ ˢʰᵃʳᵉ ᵘⁿᵐᵘᵗᵉ ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ
-
⭕️Taphattoota Goolii hedduu Liigii Sa'udii irraatti galchaan 1. Ivaan Toonii - Goolii 13 2. Roonaaldoo - Goolii 8 𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @BurqaaIspoortii 𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @BurqaaIspoortii ♡ ㅤ ⎙ㅤ ⌲ 🔕 ✉️ ˡᶦᵏᵉ ˢᵃᵛᵉ ˢʰᵃʳᵉ ᵘⁿᵐᵘᵗᵉ ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ
-
⭕️ Viiseent Koompaanii dhukkuba isaa irraa dandamatee hojiitti deebi'eera. 🔥 𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @BurqaaIspoortii 𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @BurqaaIspoortii ♡ ㅤ ⎙ㅤ ⌲ 🔕 ✉️ ˡᶦᵏᵉ ˢᵃᵛᵉ ˢʰᵃʳᵉ ᵘⁿᵐᵘᵗᵉ ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ
-
🟢Varjiil Vaandaayik torbee kana tapha Pirimeer Liigii 350ffaa kan taasisu ta'a. 𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @BurqaaIspoortii 𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @BurqaaIspoortii ♡ ㅤ ⎙ㅤ ⌲ 🔕 ✉️ ˡᶦᵏᵉ ˢᵃᵛᵉ ˢʰᵃʳᵉ ᵘⁿᵐᵘᵗᵉ ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ
-
⭕️ Doonnarumman ga’umsi dhiheenya kana Maanchistar Siitiif agarsiise gaarii akka hin taane waan beekuuf ofitti mufateera. [via cmckennasport] 𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @BurqaaIspoortii 𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @BurqaaIspoortii ♡ ㅤ ⎙ㅤ ⌲ 🔕 ✉️ ˡᶦᵏᵉ ˢᵃᵛᵉ ˢʰᵃʳᵉ ᵘⁿᵐᵘᵗᵉ ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ
-
⭕️ Piriimiyerliigiin fuulaa isaanii irraatti 7-0 𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @BurqaaIspoortii 𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @BurqaaIspoortii ♡ ㅤ ⎙ㅤ ⌲ 🔕 ✉️ ˡᶦᵏᵉ ˢᵃᵛᵉ ˢʰᵃʳᵉ ᵘⁿᵐᵘᵗᵉ ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ
-
🐔Akka lukkuu qofatti hin ilaaliin🚩 🛣Hanga karaa ceesifteen gara qabeenyaa si ceesifiti🤑 ❗️❗️❗️ ✈️ Okbetz.bet
-
Meesii is back 🔥🔥🔥🔥🔥🔥🔥 𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @BurqaaIspoortii 𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @BurqaaIspoortii ♡ ㅤ ⎙ㅤ ⌲ 🔕 ✉️ ˡᶦᵏᵉ ˢᵃᵛᵉ ˢʰᵃʳᵉ ᵘⁿᵐᵘᵗᵉ ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ
-
📸❤️ 𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @BurqaaIspoortii 𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @BurqaaIspoortii ♡ ㅤ ⎙ㅤ ⌲ 🔕 ✉️ ˡᶦᵏᵉ ˢᵃᵛᵉ ˢʰᵃʳᵉ ᵘⁿᵐᵘᵗᵉ ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ
-
🚨BREAKING ! Fulhaam waliigaltee Kaalviin Baasii, kan xiyyeeffannoo Maanchistar Yunaayitid keessa galee jiru, dheeressuuf tattaaffii gochaa jira. #TheAthletic 𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @BurqaaIspoortii 𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @BurqaaIspoortii ♡ ㅤ ⎙ㅤ ⌲ 🔕 ✉️ ˡᶦᵏᵉ ˢᵃᵛᵉ ˢʰᵃʳᵉ ᵘⁿᵐᵘᵗᵉ ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ
-
🚨 Miikeel Arteetaa, Maartiin Ødegaard taphataa itti aanu waliigaltee haaraa mallatteessu ta’uu danda’uu isaa yeroo gaafatametti: Eeyyee, Maartin Ødegaard as akka turu nan barbaada.Inni nuuf taphataa murteessaa dha. Maartin Arsenaal keessatti raawwii isaa fooyyeessaa fi gara fuulduraatti tarkaanfachaa jira. 𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @BurqaaIspoortii 𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @BurqaaIspoortii ♡ ㅤ ⎙ㅤ ⌲ 🔕 ✉️ ˡᶦᵏᵉ ˢᵃᵛᵉ ˢʰᵃʳᵉ ᵘⁿᵐᵘᵗᵉ ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ
-
⭕️ Haansii Filik fi Ziinaddin Ziidaan bara leenjisummaa isaaniitti taphaa xumuraaf gahan mo'amanii hin beekan. ● Ziidaa taphoota 9 xumuraaf gahee 9 injifannoo. ● Haansii Filik taphoota 8 xumuraaf gahee 8 injifannoo 𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @BurqaaIspoortii 𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @BurqaaIspoortii ♡ ㅤ ⎙ㅤ ⌲ 🔕 ✉️ ˡᶦᵏᵉ ˢᵃᵛᵉ ˢʰᵃʳᵉ ᵘⁿᵐᵘᵗᵉ ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ
-
🏆Ji’oota 6n dura... 𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @BurqaaIspoortii 𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @BurqaaIspoortii ♡ ㅤ ⎙ㅤ ⌲ 🔕 ✉️ ˡᶦᵏᵉ ˢᵃᵛᵉ ˢʰᵃʳᵉ ᵘⁿᵐᵘᵗᵉ ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ
-
🛑 Hir'ini gatii kun yeroo muraasa qofaaf tura! ✍ Nama Afaan Ingliffaa tokko jedhee barachuu barbaaduuf Moojula qophaa'e argachuuf Telegram @Bel_academy3 or Lakkoobsa kanaan telegram ykn WhatsApp 0942-41-2500 Nu quunnamaa! ✍ Pdf dha waan ta'eef eessayyuu teessanii argachuu dandeessu! ✍ Barattoota Sadarkaa gadiif illee bu'uura jabaa dha. ✍ Essayyuu Teessanii Online barachuu dandeessu. ✍ Qaamaan Buraayyuu TsaaraTsiyoon dhuftanii barachuu dandeessu! Channel telergam keenya join godhaa! https://t.me/BEL_ACADEMY2
-
🟢Maanchister Yunaayitid deeggartoota 4 adabeera. Maanchister Yunaayitid deeggartoota 4 Istaadiyoomii Old Traafoord iratti maatii Gileezer mormuun kubbaa teenisaa gara dirree darbatan yoo xiqaate waggaa sadiif gara dirree akka hin seenne adabaniiru. Tapha Maanchister Yunaayitid Roomaa waliin taasise iratti yeroo kilabiin isaanii 2fi0n duurfamu daqiqaa 20ffaa iratti kuubbaa Tenisaa gara dirree darbatanii turan. 𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @BurqaaIspoortii 𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @BurqaaIspoortii ♡ ㅤ ⎙ㅤ ⌲ 🔕 ✉️ ˡᶦᵏᵉ ˢᵃᵛᵉ ˢʰᵃʳᵉ ᵘⁿᵐᵘᵗᵉ ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ
-
🟢Official: Biraahim Diyaaz koontiraata Riyaal Maadriid waliin qabu hanga bara 2031tti dheeresseera. 𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @BurqaaIspoortii 𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @BurqaaIspoortii ♡ ㅤ ⎙ㅤ ⌲ 🔕 ✉️ ˡᶦᵏᵉ ˢᵃᵛᵉ ˢʰᵃʳᵉ ᵘⁿᵐᵘᵗᵉ ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ
-
🟢Poochetiinhoon, Burnoon dursaa garee keenyaat, inni garee keenyaaf barbaachisaadha, akkasumas taphattoonni biroos garee keenyaaf barbaachisoodha. 𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @BurqaaIspoortii 𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @BurqaaIspoortii ♡ ㅤ ⎙ㅤ ⌲ 🔕 ✉️ ˡᶦᵏᵉ ˢᵃᵛᵉ ˢʰᵃʳᵉ ᵘⁿᵐᵘᵗᵉ ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ
-
🟢Poochetiinhoo, kilaba guddaa akka Maan Yuunaayitidiif iddoo amma jiruu olitu malaaf. 𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @BurqaaIspoortii 𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @BurqaaIspoortii ♡ ㅤ ⎙ㅤ ⌲ 🔕 ✉️ ˡᶦᵏᵉ ˢᵃᵛᵉ ˢʰᵃʳᵉ ᵘⁿᵐᵘᵗᵉ ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ
-
⭕️Haarii Keen har'a kilabii isaa duraanii Tootinhaam Akkaadaamii daawwate! 🏟️ 𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @BurqaaIspoortii 𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @BurqaaIspoortii ♡ ㅤ ⎙ㅤ ⌲ 🔕 ✉️ ˡᶦᵏᵉ ˢᵃᵛᵉ ˢʰᵃʳᵉ ᵘⁿᵐᵘᵗᵉ ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ
Вопросы о канале «Burqaa Ispoortii»
Сколько подписчиков у канала «Burqaa Ispoortii»?
У канала «Burqaa Ispoortii» (@BurqaaIspoortii) 197 627 подписчиков на 20 ноября 2026 г.
О чём канал «Burqaa Ispoortii»?
Канал в категории «Спорт и фитнес», язык постов: оромо. Описание канала: «Buy ads: https://telega.io/c/BurqaaIspoortii Contact us @Burqasupport»
Какое место занимает канал «Burqaa Ispoortii»?
По числу подписчиков: №25 в категории «Спорт и фитнес», №27: 🇪🇹 Эфиопия, №2 среди каналов на языке «оромо», №1 092 в мире.
Публикует ли канал «Burqaa Ispoortii» рекламу?
За последние 30 дней ни один из 130 постов не помечен как реклама (#ad, Sponsored, «Реклама»). Рекламу без пометки определить нельзя.
Статистика обновлена 5 часов назад.