TIKVAH AFAAN OROMOO
- 24 часа
- +7
- 7 дней
- –
- 30 дней
- –
- Реакции
- 30
- Репосты
- –
- Комментарии
- –
Динамика подписчиков
Подписчиков у канала «TIKVAH AFAAN OROMOO»: 38 335.
По дням, последние 30 дней
| Дата | Подписчики | Изменение | Посты | Ср. просмотры поста |
|---|---|---|---|---|
| 20 ноя | 38 342 | +7 | 1 | 2 730 |
| 19 ноя | 38 335 | – | 2 | 2 820 |
Просмотры по возрасту поста
Средние просмотры в каждом возрасте, посты за последние 30 дней.
- 12 ч
- 2 790
Когда публикует
Время по UTC. 10 постов за 90 дней.
Последние посты
-
Finfinneetti Duulli Talaallii Pooliyoo kennamu eegale Magaalaa Finfinneetti Duulli Talaallii Pooliyoo Sadaasa 11-14 bara 2019'tti turu Kutaa Magaalaa Gullallee, Mana Barumsaa Sadarkaa 1ffaa Iyyeerusaalemitti eegalchiifameera. Dhibee Pooliyoo Ittisuuf falli jiru Ijoolleen Umrii Waggaa 5 gadi jiran talaallii barbaachisu mara fudhachuun dirqama tahuu hubachiisaniiru. Talaalliin Kuniis, Ijoollee Umriin isaanii Waggaa 5 gadi keessa jiran, Oolmaa Daa'immanii, Manneen Barnootaa Sadarkaa 1ffaafi iddoolee Namni itti baayyatuufi Hawaasa keessa Naannawuuniis kan laatamu tahuu himameera. Hogganaan Biiroo Barnootaa Magaalaa Finfinnee Zalaalam Mulaatuu (PhD) Abdiin egeree biyya ijoollee har'a manneen...
-
"Shakkamtoota qabeenya namaa qabatanii socho'aa turan to'annoo jala oolcheera" Poolisii Finfinnee Shakkamtoonni maqaan isaanii Maalazuu Mallasaa fi Maarkeen Maammoo jedhaman qabeenya garaagaraa kan ofii isaanii hin taane qabatanii yeroo socho'an, Kutaa Magaalaa Qiirqoos, Aanaa 7, bakka addaa Kibbuu Baank jedhamutti, halkan keessaa sa'aatii 7:30 irratti to'annoo jala ooluu isaanii Poolisiin finfinnee beeksiseera. Shakkamaan Maarkeen Maammoo jedhamu, mootar-saayikilii lakkoofsa gabatee 2-3636 A.A. qabuun qabeenya garaagaraa fe'ee dhufuun, namicha Maalazuu Mallasaa jedhamuuf, minibaasii lakkoofsa gabatee 2A-90306 A.A. qabu irratti fe'ee waliin socho'uuf yeroo yaalan, miseensota poolisii itt...
4 190 просмотров 33 Реакции -
Фото
Смотреть в Telegram
3 640 просмотров 3 Реакции
-
Atileetota Injifannoo galmeessan Ittaanaan Ministira Muummee Obbo Tamasgeen Xurunaan Galateeffatan Ittaanaan Ministirri Muummee Obbo Tamasgeen Xurunaan, Atileetotni dargaggootaa, imala injifannoo Itoophiyaa haaromsuun seenaa milkaa'inaa itti fufsiiftan, boonsitoota biyya keenyaati jedhaniiru. Atileetota dargaggootaa, taphoota Olompikii Dargaggoota Addunyaa bara 2026, Seeneegaal magaalaa Daakaaritti gaggeeffaman irratti Itoophiyaan addunyaarraa sadarkaa 1ffaa akka xumurtu taasisan, qaamaan isaan argadhee jajjabeesseera jedhaniiru. Umrii daa’imummaa keessaniin waltajjii addunyaarratti ga’umsa olaanaan injifannoo galmeessuu alaabaa ol kaastaniiru. Ummata Itoophiyaa maraaf gammachuu, guddatt...
-
Jaalalleen ykn Kadhimamtuun Bukaayo Saaka qabeenya isaa irra caalaa maqaa haadha isaatiin galmeessuu isaa waan beekteef cidha isaanii haqxe. 👉🏼 Dabalataanis jaalalleen isaa waliigaltee fuudhaa fi heerumaa duraa akka mallatteessitu dhiyaatus, gaa'ela ishee akka haqxe gabaafameera. Taphataan urjii kilabii Arsenaal Bukaayo Saaka jaalallee isaa yeroo dheeraa " Tolami Benson" fuudhuuf qophaa'aa akka ture himameera. Haata'u malee, karoorri gaa'ela isaanii waldhabdee waliigaltee fuudhaa fi heerumaa duraa irratti uumameen gufuu guddaan akka isa mudate gabaafameera. Akka gabaasaaleen ba'an ibsanitti, Tolamiin gaa'elli sun waliigaltee duraa tokko malee akka raawwatamu cimsittee gaafattee turte....
6 630 просмотров 75 Реакции -
Фото
Смотреть в Telegram
5 310 просмотров 3 Реакции
-
Namootni sadii gamoo ijaaramaa jiru irraa kufuun lubbuun isaanii darbe Magaalaa Finfinnee Kutaa Magalaa Qiirqositti namootni sadii gamoo ijaaramaa jiru irraa kufuun lubbuun isaanii darbuu Qajeelchi Poolisii Magaalaa Finfinnee himeera. Qajeelcha Poolisii Magaalaa Finfinneetti Itti gaafatamaan Sab-Quunnamtii Ummataa Komaandar Toomaas Isheetee ka’umsi balaa kanaa qoratamaa jiraachuu himaniiru. #TikvahAfaanOromoo Sadaasa 5, 2019 Finfinnee @tikvahethafaanoromoo
-
Manni Maree Olaanaa Dhimmoota Islaamummaa Itoophiyaa Du’a Booda Kennaa korniyaa Ijaa Kennuun Kan Eeyyamamu Ta’uu Murteesse Manni Maree Olaanaa Dhimmoota Islaamummaa Itoophiyaa, Koreen Olaanaa Fataawaa Yaa’ii Ulamaa’ii, namni tokko erga du’ee booda korniyaa ijaa isaa (Cornea) namoota rakkoo arguu qaban fayyaduuf kennuun seera Shari’aa Islaamaatiin kan eeyyamamu ta’uu murtii Fatwaa dabarseera. Manni Maree murtii kana kan dabarse gaaffii Ministeera Fayyaa fi Tajaajila Baankii Dhiigaa Itoophiyaa irraa dhiyaate irratti hundaa’uun yoo ta’u, Koreen Fataawaa dhimma kana irratti qorannoo bal’aa erga gaggeessee booda, keeyyattoota Qur’aanaa, hadiisota Rasuulaa(SAW) fi bu’uuraalee Shari’aa irratti hu...
8 980 просмотров 46 Реакции -
Фото
Смотреть в Telegram
7 990 просмотров
-
Itoophiyaan olompiikii dargaggootaa 1ffaan bahuun xumurte. Itoophiyaan olompiikii dargaggootaa afraffaa Senegaalitti gaggeeffamaa jiruun atileetiksiin sadarkaa tokkoffaa bahuun xumurteetti. Olompikii dargaggootaan dorgommiin atileetiksii har’a xumura argata. Haala kanaan Itoophiyaan atileetiksiin meedaaliyaa warqee 5fi meetii 3 ,walumaa gala meedaaliyaa 8 mo’achuun addunyaarraa sadarkaa tokkoffaa ta’uun xumurteetti. Itoophiyaan olompikii dargaggootaan atileetiksii malees bisikileetii, tekuwaandoo, wushuufi bishaan daakuun hirmaatteetti. Wushuudhaan Natinaa’el Kinfee meedaaliyaa naahaasaa argate. Itoophiyaan ispoortii walii galaatiin sadarkaa shanaffaarratti argamti. Chaayinaa, Jaappaan...

Вопросы о канале «TIKVAH AFAAN OROMOO»
Сколько подписчиков у канала «TIKVAH AFAAN OROMOO»?
У канала «TIKVAH AFAAN OROMOO» (@tikvahethAFAANOROMOO) 38 335 подписчиков на 20 ноября 2026 г.
О чём канал «TIKVAH AFAAN OROMOO»?
Канал в категории «Новости и СМИ», язык постов: оромо.
Какое место занимает канал «TIKVAH AFAAN OROMOO»?
По числу подписчиков: №1 814 в категории «Новости и СМИ», №98: 🇪🇹 Эфиопия, №10 среди каналов на языке «оромо», №4 959 в мире.
Публикует ли канал «TIKVAH AFAAN OROMOO» рекламу?
За последние 30 дней ни один из 10 постов не помечен как реклама (#ad, Sponsored, «Реклама»). Рекламу без пометки определить нельзя.
Статистика обновлена 5 часов назад.