Skip to content
TelegramInformer

FMC Afaan Oromoo

@afanoromofana Verified News & Media Oromo

This is FMC Afan Oromo official Telegram channel. @fanatelevision @FMCSport @tigrignafana For more updates please visit https://fanamc.com/afaanoromoo/

Open in Telegram
Subscribers
70,729
24 hours
+40
7 days
–
30 days
–
Average post reach
2,600
Views of a post after 24 hours
Engagement rate
3.7%
Reach ÷ subscribers (ERR)
Posts per day
10.5
Average over 30 days
Mentions
0
By other channels, last 90 days
Interaction rate (ER)
0.2%
Reactions ÷ views, 30 days
Per post, on average
Reactions
5
Reposts
–
Comments
–
Citation index
–
Not cited by other channels in 30 days
Ad posts
0%
0 of 35 posts in 30 days marked as ads

Subscriber growth

FMC Afaan Oromoo has 70,729 subscribers. A typical post is seen by about 2,600 people within a day, an engagement rate of 3.7%.

Daily numbers, last 30 days
Date Subscribers Change Posts Avg. post views
20 Nov 70,769 +40 15 2,044
19 Nov 70,729 – 10 2,642

Views as a post ages

Average views at each age, posts of the last 30 days.

6 h
1,742
12 h
2,063
24 h
2,600
48 h
3,500

When it posts

Times in UTC. 35 posts in 90 days.

Recent posts

  1. Open post

    Daandiin qilleensichaa daandii qilleensaa filatamaa ‘APEX’ Afrikaa jedhamuun beekamtii argate Finfinnee, Sadaasa 11, 2019 (FMC) – Daandiin qilleensaa Itiyoophiyaa ‘APEX’ daandiiwwan qilleensaa idil addunyaa abbaa urjii 5 bara 2027 jedhamuun beekamtii fi badhaasa goonfateera. Akkasuma Daandii Qilleensaa Filatamaa ‘APEX’ Afrikaa jedhamuun badhaasaa fi beekamtii argateera. Beekamtii fi badhaasni arganne caalmaatti cimnee akka hojjennuuf nu onnachiisa jedhe dhaabbatichi ergaa fiila miidiyaa hawaasummaa isaan dabarseen. #BiyyaGuddoo #UummataGuddaa… https://www.fanamc.com/afaanoromoo/daandiin-qilleensichaa-daandii-qilleensaa-filatamaa-apex-afrikaa-jedhamuun-beekamtii-argate/

    2,100 views 6 Reactions Photo
  2. Open post

    Qidduus Giyoorgis 2 – 0 Hadiyyaa Hoosa’inaa Finfinnee, Sadaasa 11, 2019 (FMC) – Taphoota CBE Piriimeer Liigii Itiyoophiyaa torbee 6ffaa har’a taphatameen Qidduus Giyoorgis Hadiyyaa Hoosa’inaa injifateera. Tapha har’a waaree booda sa’aatii 9:30 jalqabee Istaadiyeemii Finfinneetti taphatameen Qidduus Giyoorgiis galchii 2 fi 0’n Hadiyyaa Hoosa’inaa injifateera. #BiyyaGuddoo #UummataGuddaa #MullataGuddaa https://www.fanamc.com/afaanoromoo/qidduus-giyoorgis-2-0-hadiyyaa-hoosainaa/

    2,160 views Photo
  3. Open post

    Ummanni Tigraay garee seeraa alaa ABUT dhabamsiisuuf murannoo olaanaa agarsiise – Dooktar Shiishaay Amaaree Finfinnee, Sadaasa 11, 2019 (FMC) – Ummanni Tigraay garee seeraa alaa ABUT dhabamsiisuuf murannoo fi cichoomina olaanaa agarsiise jedhan Kantiibaan Magaalichaa Dooktar Shiishaay Amaareen. Bulchiinsi Imaanaa Magaalaa Maqalee raawwii hojii baatii 1 gamaaggameera. Tajaajila dameewwan adda addaa magaalattii saffisaan hojiitti galchuuf xiyyeeffannoon kennameen guyyoota muraasa keessatti milkeessuun danda’amuu dubbatan Dooktar Shiishaay Amaareen raawwicha ilaalchisee ibsa… https://www.fanamc.com/afaanoromoo/ummanni-tigraay-garee-seeraa-alaa-abut-dhabamsiisuuf-murannoo-olaanaa-agarsiise-doo...

    1,990 views 2 Reactions Photo
  4. Open post

    Fooyyeessiin diinagdee gooroo Itiyoophiyaa giddugala daldalaa fi Invastimantii taasisaa jira- Dooktar Fitsuum Asaffaa Finfinnee, Sadaasa 11, 2019 (FMC)- Fooyyeessiin diinagdee gooroo Itiyoophiyaa giddugala Daldalaa fi Invastimantii taasisaa jira jedhan Ministirri Ministeera Maallaqaa Dooktar Fitsuum Asaffaan. Ministirri Ministeera Maallaqaa fi Mariisiftuu Olaantuun COP 32 Dooktar Fitsuum Asaffaa, Bulchaan Baankii Biyyaalessaa Itiyoophiyaa Dooktar Iyyoob Takkaallinyi fi Ministir Deetaan Ministeera Dhimma Alaa Ambaasaaddar Hadaraa Abarraa jila Kaawunsilii Hariiroo Alaa Ameerikaa waliin… https://www.fanamc.com/afaanoromoo/fooyyeessiin-diinagdee-gooroo-itiyoophiyaa-giddugala-daldalaa-fi-invast...

    1,930 views Photo
  5. Open post

    Magaalaa Maqaleetti nageenya waareessuu fi dhaabbilee gara hojiitti deebisuuf hojiin bu’aa qabeessi raawwatame – Dooktar Shiishaay Amaaree Finfinnee, Sadaasa 11, 2019 (FMC) –Magaalaa Maqaleetti guyyoota 30 darban keessa nageenya waareessuu fi dhaabbilee gara hojiitti deebisuuf hojiin bu’aa qabeessi raawwatame jedhan Kantiibaan Magaalichaa Dooktar Shiishaay Amaareen. Dhaabbilee gara hojii idileetti deebisuuf, nageenya waaressuuf, sosochii daldala idileessuuf hojiilee gaariin hojjetamuu dubbatan Bulchiinsa Imaanaa Mootummaa Federaalaa Naannoo Tigraayitti Kantiibaan Magaalaa Maqalee Dooktar Shiishaay Amaareen. Kanaanis… https://www.fanamc.com/afaanoromoo/magaalaa-maqaleetti-nageenya-waareessu...

    1,610 views 1 Reactions Photo
  6. Open post

    Turkiyyeen COP31 irraa waliigalteewwan Invastimantii Doolaara biiliyoona 26 milkeessite Finfinnee, Sadaasa 11, 2019 (FMC) – Turkiyyeen Yaa’ii Qabeenya Qilleensaa Mootummoota Gamtomanii 31ffaa Antaaliyaatti keessummeessiterraa waliigalteewwan Invastimantii Doolaara biiliyoona 26 milkeessiteetti. Chaayinaa waliin waliigaltee duraa misooma Anniisaa Haaromfamaa Doolaara biiliyoona 15, Dhaabbata Faayinaansii Idil Addunyaa waliin waliigaltee faayinaansii Doolaara biiliyoona 5.1 mallatteessuu ibsite biyyattiin. Waliigalteewwan kunneen hedduun isaanii misooma anniisaa qulqulluu waliin kan wal qabatu… https://www.fanamc.com/afaanoromoo/turkiyyeen-cop31-irraa-waliigalteewwan-invastimantii-doolaara-b...

    1,720 views 4 Reactions Photo
  7. Open post

    Garee abjuu dukkanaa, yaada ifaa arguu hin dandeenye: ABUT Finfinnee, Sadaasa 11, 2019 (FMC) – Murni ABUT aangoo mootummaa erga dhabee booda siyaasaa diigumsaa fi shira hordofaa tureen biyyattii yaaddoo nageenyaa guddaaf saaxiluuf yaalaa ture. Gareen seeraan alaa ABUT dheebuu aangoof qaburraa kan ka’e ummata naannichaa rakkoo hamaaf saaxileera. Garichi waraana erga labsee boodas, daa’immanii fi dargaggoota umriin isaanii loltummaaf hin geenye dirqamaan loltummaa… https://www.fanamc.com/afaanoromoo/garee-abjuu-dukkanaa-yaada-ifaa-arguu-hin-dandeenye-abut-2/

    2,060 views 9 Reactions Photo
  8. Open post

    Buufatni Madda Anniisaa Balfa Gogaa Raphii kurmaana jalqabaa qofa galii Birrii miiliyoonni 29 ol argamsiise Finfinnee, Sadaasa 11, 2019 (FMC) – Buufanni Madda Anniisaa Balfa Gogaa Raphii kurmaana jalqabaa darbe Bulchiinsa Balfa Gogaa Magaalaa Finfinneerraa balfa fudhachuun gubee galii Birrii miiliyoona 29 argate jedhe Humni Elektirikaa Itiyoophiyaa. Buufatichi yeroo ammaa Tarbaayinoota 2 fi buufata gubaa Booyilara 1 haaromsaa kan jiru yoo ta’uu, hojii haaromsaa cinaatti Bulchiinsa Balfa Gogaa Magaalaa Finfinnee… https://www.fanamc.com/afaanoromoo/buufatni-madda-anniisaa-balfa-gogaa-raphii-kurmaana-jalqabaa-qofa-galii-birrii-miiliyoonni-29-ol-argamsiise/

    2,050 views 3 Reactions Photo
  9. Open post

    Finfinneen waltajjiiwwan guguddaa keessummeesssuf dandeetti horatte – Salamaawiit Kaasaa Finfinnee, Sadaasa 11, 2019 (FMC) – Finfinneen waltajjiiwwan guguddaa idil addunyaa keessummeesssuf dandeetti horatte jedhan Ministirri Ministeera Tuurizimii Salamaawiit Kaasaan. Fiigichi guddaan Itiyoophiyaa bara kanaa Sadaasa 13, 2019 mata duree ‘fiigichi koo halluu koo’ jedhuun Finfinneetti gaggeeffama. Fiigichi guddaan Itiyoophiyaa Turizimii Ispoortii guddisuu keessatti gahee guddaa qabaachuun Salamaawiit Kaasaan ibsaniiru. Itiyoophiyaan taateewwan tuurizimii Ispoortii idil-addunyaa… https://www.fanamc.com/afaanoromoo/finfinneen-waltajjiiwwan-guguddaa-keessummeesssuf-dandeetti-horatte-salamaawiit-k...

    2,240 views 4 Reactions Photo
  10. Open post

    Waltajjiin marii waliigaltee Taaksii Idil Addunyaa biyyoota Afrikaa Finfinneetti gaggeeffamaa jira Finfinnee, Sadaasa 11, 2019 (FMC) – Biyyoonni Afrikaa uwwisa tumsa Taaksii Idil Addunyaa Mootummoota Gamtoomanii ilaalchisee Finfinneetti marii gaggeessaa jiru. Waltajjichi Marii Uwwisa tumsa Taaksii marsaa 6ffaa Keeniyaa Magaalaa Naayiroobiitti gaggeeffamuuf biyyoonni Afrikaa sagalee fi ejjennoo walfakkaatu qabachuuf kan dandeessisuudha. Dhaabbileen bulchiinsa Taaksii biyyoota Afrikaa fi Dhaabbileen Hawaasa Siivilii hirmaachaa kan jiran yoo ta’u, kunis,… https://www.fanamc.com/afaanoromoo/waltajjiin-marii-waliigaltee-taaksii-idil-addunyaa-biyyoota-afrikaa-finfinneetti-gaggeeffamaa-jira/

    2,110 views 4 Reactions Photo

Questions about FMC Afaan Oromoo

How many subscribers does FMC Afaan Oromoo have?

FMC Afaan Oromoo (@afanoromofana) has 70,729 subscribers as of November 20, 2026.

How many people see a post on FMC Afaan Oromoo?

A typical post gets about 2,600 views within 24 hours, roughly 4% of its subscribers (the ERR).

What is FMC Afaan Oromoo about?

It is listed in News & Media, and posts mostly in Oromo. The channel describes itself as: “This is FMC Afan Oromo official Telegram channel. @fanatelevision @FMCSport @tigrignafana For more updates please visit https://fanamc.com/afaanoromoo/”

Where does FMC Afaan Oromoo rank?

By subscribers it is #1,032 in News & Media, #80 in 🇪🇹 Ethiopia, #7 among Oromo channels, #3,183 worldwide.

Does FMC Afaan Oromoo post ads?

None of its 35 posts in the last 30 days carried an ad label such as #ad or Sponsored. Unlabelled promotions can’t be detected.

Statistics updated 5 hours ago.