Abdisa Bancha Jara
This is ABJ Tech - A channel for who have a passion for Computer Vision, Daalacha Haadha Busee, #ICTNews and #MachineLearning, #AI #DigitalMarketing & #TechUpdates
- 24 hours
- +9
- 7 days
- –
- 30 days
- –
- Reactions
- 60
- Reposts
- –
- Comments
- –
Subscriber growth
Abdisa Bancha Jara has 26,154 subscribers.
Daily numbers, last 30 days
| Date | Subscribers | Change | Posts | Avg. post views |
|---|---|---|---|---|
| 20 Nov | 26,163 | +9 | 0 | – |
| 19 Nov | 26,154 | – | 0 | – |
When it posts
Times in UTC. 12 posts in 90 days.
Recent posts
-
#Meta(Feesbuukii) lola guddaan as deemaa jira. Ji’a tokko booda Nama #eenyummeessaa (account) tokkoo ol qabu irraa kanneen dabalataa guutumatti akka irraa cufu ibsa haaraa baaseen mirkaneesseera. Namootni Eenyummeessaa (profile) tokkoo olqaban hatattamaan deetaa gara Eenyummeessaa tokkotti akka dabarfatan ykn akka buufatan dhaameera. Lootegaltootni Eenyummeessaa heddu qabdu mala dhawadhaa. #oduu tana gorsa baldhaa waliin itti deebina
-
Hojii hatattamaa gara biyya kanaa dhufeef cinatti Sosochii Ce’umsa Digitaalaa garagara keessatti hirmaachuuf carraa argachaan jira. Koonfiransii Telecom Idil-Addunyaa Ministeerri Koominikeeshii Mootummaa Hindii Dameen Telecom Qopheesse kana guyyoota 3n kana mee walumaan hirmaannee muuxannoo qicanna. Carraawwan, bu’aalee koonfiraansicha hirmaachuu xumurarratti itti deebina.🧑🏽🦯🧑🏽🦯 GG: Looreet Merid Tullu, Ministeera Innovation fi Tekinoolojii, AI fi Ethiotelecom 😆
-
Delhi, India: Magaalaa guddoo fi Teessoo Mootummaa Hindiiti. Baay’ina ummataa Mil.23 ol kan qabdu yoo tahu, diinagdeen biyyattii waggaatti dhibbeentaan 5-10 (150k-200k Billion Doolara) sochoofti. Baha Eeshiyaa keessaa sadarkaa jalqabaa irra kan jirtu Delhiin, Addunyaa irraa sadarkaa 20-30 keessatti ramadamti. Magaalaa hammana geettu keessaa #communityOromoo dhabuun na raajeera. Amma gara Ethiopia Cultural Center deemee Buddeena soqadhaa mee nagaan turaa…🤓
-
Turtii biyya Hindii keessatti qabaannu keessatti hojii faayidaa biyya keennaa dursaniif dursa kennuun karoora ijoo dha. #Google Finfinnetti biiroo Bansiisuudha. President Siinqee Bank nuti qophiidha jedhaniiru. Abdiisaan haalduree mijeechuutti jira. #markmyword! Google Finfinneetti gadi dhaabna dhiyootti. Today, it may be just a dream, but with vision, dedication, and consistent effort, tomorrow it can become a reality.
-
Ijoolleen keenna Biyya Hindii #NewDelhi fi Naannawa san jirtan hojiif isin barbaada. Namootni isiniif mijatu keessaan na dubbisaa, Qaamaan dubbanna. ✍🏽
-
Photo
View in Telegram
10.9K views 51 Reactions
-
🇪🇹 Baga Bara Haaraa Geessan! 🇪🇹 መልካም አዲስ ዓመት! ❤️ Happy New Year to all my beloved Ethiopians, at home and around the world! As we welcome a new year, my heart is filled with gratitude, hope, and a renewed commitment to our people and our country. A New Year is more than the turning of a calendar. It is an opportunity to reflect, learn, innovate, and build with greater courage and purpose. As Ethiopia moves toward Digital Ethiopia 2030, we stand at an important moment in our national journey. Digital transformation is not simply about technology. It is about transforming how we live, learn, work, govern, do business, and create opportunities for every citizen. Our digital future must be i...
8,790 views 24 Reactions -
Faajjin Qabsoo Oromoo fi Artistiin Hangafaa Oromoo Artist ILFINESH QANNOO boqachuun onnee nama cabsa. Haadha Hundaa Nagaan Boqodhu.
-
Gammachuu Guddaa Ummata Oromoo, Itoophiyaa fi Fayyadamtoota Teeknoolojiif! 🎉🚀 Tajaajilli Google Translate sagalee namaa dhaggeeffachuudhaan gara barruutti fooyyessuu (*Voice Input / Automatic Speech Recognition - ASR*) Afaan Oromoo fi Afaan Amaaraa irratti hojjechuu eagaleera! 🎉 Congratulations to the Ethiopian, and Global Tech Communities! 🚀 We are thrilled to celebrate a landmark milestone in digital language inclusion and AI technology: Google Translate has officially enabled Voice Input / Automatic Speech Recognition (ASR) for both Afaan Oromoo and Amharic! Guutmmaa Odeeffannoo:👇🏽 https://web.facebook.com/share/p/19hNSikGsi/
-
Ka’ee mana raagaa itti shaqqaladhu wahii banadhuu laata? #AfaanOromoo ji’oota 6 dura AI irraa Afaanota Afrikaa 13 wajjiin carraa argate. Nuti waggaa 2 dura raagnee ture. Ammas hojii haaraa AI Afaan Oromoo haaratu dhufaa jira ibsuuf jechootni na hanqata…. Mee Nagaya Rabbiirra bulaa!
-
#Meta(Feesbuukii) lola guddaan as deemaa jira. Ji’a tokko booda Nama #eenyummeessaa (account) tokkoo ol qabu irraa kanneen dabalataa guutumatti akka irraa cufu ibsa haaraa baaseen mirkaneesseera. Namootni Eenyummeessaa (profile) tokkoo olqaban hatattamaan deetaa gara Eenyummeessaa tokkotti akka dabarfatan ykn akka buufatan dhaameera. Lootegaltootni Eenyummeessaa heddu qabdu mala dhawadhaa. #oduu tana gorsa baldhaa waliin itti deebina
Questions about Abdisa Bancha Jara
How many subscribers does Abdisa Bancha Jara have?
Abdisa Bancha Jara (@abdisabancha) has 26,154 subscribers as of November 20, 2026.
What is Abdisa Bancha Jara about?
It is listed in Technology, and posts mostly in Oromo. The channel describes itself as: “This is ABJ Tech - A channel for who have a passion for Computer Vision, Daalacha Haadha Busee, #ICTNews and #MachineLearning, #AI #DigitalMarketing & #TechUpdates”
Where does Abdisa Bancha Jara rank?
By subscribers it is #158 in Technology, #112 in 🇪🇹 Ethiopia, #12 among Oromo channels, #6,356 worldwide.
When does Abdisa Bancha Jara post?
Most often on Sunday, around 08:00 UTC. It publishes about 1 post a month.
Statistics updated 5 hours ago.