ABDII SABAA
SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA! 💬Contact Us💬 @AbdiiSabaaDm 🎯ODEEFFANNOO BARNOOTAAF @abdii_sabaa_university
- 24 hours
- −190
- 7 days
- –
- 30 days
- –
- Reactions
- 231
- Reposts
- 11
- Comments
- 30
Subscriber growth
ABDII SABAA has 597,252 subscribers. A typical post is seen by about 38,800 people within a day, an engagement rate of 6.5%.
Daily numbers, last 30 days
| Date | Subscribers | Change | Posts | Avg. post views |
|---|---|---|---|---|
| 18 Nov | 597,252 | −119 | 7 | 25.2K |
| 17 Nov | 597,371 | – | 4 | 39K |
Views as a post ages
Average views at each age, posts of the last 30 days.
- 3 h
- 16.7K
- 6 h
- 25.7K
- 12 h
- 30.2K
- 24 h
- 40.4K
- 48 h
- 44.2K
- 3 days
- 48.6K
When it posts
Times in UTC. 29 posts in 90 days.
Recent posts
-
👑 Life Is JESUS CHRIST TAKES THE LEAD! 🥇 Life Is JESUS CHRIST — 5,685 votes 🥈 Chala — 5,188 votes 🥉 Ra'is Saafii — 1,633 votes ⚔️ 497 VOTES APART! 🔥 The battle between our top two contestants is heating up! Can Chala make another comeback? 👀 🚀 Join the…
19.5K views 47 Reactions -
👑 Life Is JESUS CHRIST TAKES THE LEAD! 🥇 Life Is JESUS CHRIST — 5,685 votes 🥈 Chala — 5,188 votes 🥉 Ra'is Saafii — 1,633 votes ⚔️ 497 VOTES APART! 🔥 The battle between our top two contestants is heating up! Can Chala make another comeback? 👀 🚀 Join the Challenge & Vote! 🔗 https://t.me/Asbeksbot/start 🤖 @Asbeksbot ⚡️ @AsbeksPlatform
19.5K views 59 Reactions -
Kooriyaa Kibbaatti Barattoonni Qormaata Seensaa Yuunivarsiitii Fudhatan, Sababa Hanna 'AI' Tiif Maanxariin Isaanii Sakatta'amuu Eegale! Mootummaan Kooriyaa Kibbaa qormaata biyyoolessaa seensa yuunivarsiitii (CSAT) torban kana kennamu irratti, barattoonni maanxarii ijaa godhatan hundi sakatta'iinsa cimaa akka taasisan ajajeera. Murteen kun kan darbe, qoramaan qormaata Ogeeyyii Herregaa (Tax Accountant) biyyattii keessatti baay'ee ulfaataa ta'e tokko irratti qabxii olaanaa fide, maanxarii ijaa kaameeraa dhokataa qabuu fi teeknooloojii 'AI' fayyadamuun qormaata hatuu isaa erga amanee boodadha. Ministirri Barnootaa biyyattii Choy Kiyoo-jiin akka ibsanitti, kutaalee qormaataa hunda keessatti ma...
-
🏢 GURGURTAA APPAARTAAMOTAA FI SUUQIIWWAN DALDALAA 📍 Bakkeewwan: Bole Atlas fi Kasaanchis Mana jireenyaa (Apartment) ykn suuqii daldalaa bitachuuf yaadaa jirtuu? carraa gaarii kana fayyadamaa. 🏙 1. KAASANCHIS 1 Bedroom – 80 m² 2 Bedroom – 125 m² 3 Bedroom – 156 m² 💰 Kaffaltii jalqabaa 10% qofaan! 🏙 2. BOLE ATLAS 1 Bedroom – 80 m² 2 Bedroom – 110 m² fi 125 m² 3 Bedroom – 160 m² fi 165 m² 💰 Kaffaltii jalqabaa 10% qofaan! ⭐️ Maaliif nu filattu? ✅ Sirna kaffaltii mijataa ta'e ✅ Ijaarsa saffisaa fi qulqullina qabu ✅ Bakka filatamaa fi mijataa ✅ Dhaabbata amanamaa ta'e Har'a birriidhaan kan bittan boru doolaaraan kireessitanii galii guddaa irraa argattu. 📞 Odeeffannoo dabalat...
-
Chaayinaan Itoophiyaa fi Eertiraa Walitti Araarsuuf Sochii Jalqabde; Ergamaan Addaa Chaayinaa Finfinneetti Doktar Geediyoon Ximootiwoos Waliin Mari'atan! Mootummaan Chaayinaa muddama Itoophiyaa fi Eertiraa gidduu jiru karaa mariitiin furuuf murteessuu isaa…
-
🚀 MIIDIYAA HAWAASAA BIZINESII QOFAAF HOJJETAME — @FULBEK! 🛍 @Fulbek miidiyaa hawaasaa (Social Media) addaa warreen bizinesii hojjechuu barbaadan qofaaf qophaa'edha! Miidiyaa hawaasaa Fulbek irratti: ✅ Suuqii mataa keessanii banachuu ni dandeessu. ✅ Kitaaba, koorsii fi oomishaalee garaagaraa gurgurachuu dandeessu. ✅ Tajaajila dhiyeessii (Delivery service) amansiisaa argattu. 💳 Lakkoofsa baankii keessan osoo hin barbaachisin, baankiiwwanii fi waaleetii biyya keessaa hundaan kaffaltii fudhattu! 🌐 Ammuma Eegalaa: Fulbek.com @FULBEK SABA GUDDAA WAAN TAANEEF, MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA! MIIDIYAA @ABDII_SABAA
-
💻 ODUU HAARAA DORGOMMII LAAPTOOPPII ASBEKS: Guyyaa 26 Qofatu Hafe! Eenyutu Dursaa Jira? 🏆 Dorgommiin Laaptooppii ASBEKS haala ho'aadhaan itti fufee jira. Hanga ammaatti sadarkaa dorgommitoonni irra jiran: 🥇 1ffaa: Life Is JESUS CHRIST — Sagalee 4,223'n dursaa…
32.1K views 39 Reactions -
💻 CARRAA ADDAA: Namni Kamuu Chaalenjii Badhaasa Laaptooppii Kanatti Hirmaachuu Ni Danda'a! 🏆🔥 Laaptooppii ammayyaa (bilisa) injifachuuf tarkaanfiiwwan salphaa armaan gadii qofa hordofi: 1️⃣ **ASBEKS baniitii bakka **Challenges jedhu tuqi. 2️⃣ Laptop Challenge…
-
WBO'n Haleellaa Arsii Aanaa Shirkaatti Raawwatameef Itt Gafatamummaa Fudhate; "Kanneen Ajjeefaman Namoota Nagaa Osoo Hin Taane Hidhattoota" Jedhe! Waraanni Bilisummaa Oromoo (WBO) haleellaa ji'a Onkoloolessa 2026 Godina Arsii Aanaa Shirkaa (Ganda Birboof Collee) keessatti raawwatame ilaalchisee ibsa baaseen, naannawa sanatti tarkaanfii waraanaa fudhachuu isaa amanus, namoonni ajjeefaman namoota nagaa osoo hin taane hidhattoota ajaja mootummaa fudhatanii socho'an ta'uu beeksise. Akka ibsa WBO'tti, naannawa sanatti humnoonni hidhatan afur (Raayyaa Ittisa Biyyaa, Milishoota, humnoota farra ripheelolaa fi hidhattoota Amaaraa) kan socho'an yoo ta'u, hidhattoonni Amaaraa kunniin yeroo idilee ji...
-
Magaalaa Jimmaatti Namni Umrii Waggaa 65 Daa'ima Waggaa 11 Ollaa Isaa Jirurraan Miidhaa Gudeeddii Geessise Hidhaa Waggaa 12'n Adabame! Godina Kibba Lixa Oromiyaa Bulchiinsa Magaalaa Jimmaatti namni umrii waggaa 65 Wandimmuu Buzaayyoo jedhamu, daa'ima umrii waggaa 11 ollaa isaa jiraattu dirqisiisee gudeeduu isaatiin yakki isaa irratti mirkanaa'ee adabbiin hidhaa cimaa waggaa 12 irratti murtaa'uu Komishiniin Poolisii Oromiyaa beeksiseera. Shakkamaan kun ganduma waliin jiraatan Ganda Boosaa Kittoo jedhamu keessatti yeroo maatiin daa'ima kanaa hojiidhaaf manaa ba'an eeggachuun, mana jireenyaa maatii miidhamtuu kanatti deddeebi'uun gocha suukanneessaa kana raawwachaa turuun ibsameera. Akka gab...
-
Tajaajilli Madaallii Barnootaa fi Qormaataa Sagantaa Galmee Qormaata Ba'iinsaa (Exit Exam) fi Qormaata Seensaa Digirii Lammaffaa (NGAT) Bara 2019 Ifoomse! Tajaajilli Madaallii Barnootaa fi Qormaataa (EAES) qormaata ba'iinsaa fi seensaa dhaabbilee barnoota olaanoo walakkaa waggaa bara 2019 A.L.I'tiif sagantaa galmee ifoomseera. Haaluma kanaan, galmeen qoramtota qormaata ba'iinsaa (Exit Exam) dhaabbilee barnoota olaanoo mootummaa Sadaasa 04 hanga 10, 2019 A.L.Itti kan gaggeeffamu yoo ta'u, galmeen qoramtota dhaabbilee dhuunfaa fi barattoota irra deebiin qoramanii immoo Sadaasa 11 hanga 17, 2019 A.L.Itti ni raawwatama. Dabalataanis, galmeen Qormaata Seensaa Barnoota Digirii Lammaffaa (NGAT) Sa...
-
💻 DORGOMMIIN BADHAASA LAAPTOOPPII ‘ASBEKS’ DHIYEENYA NI EEGALA! 🏆🔥 Dorgommiin kun akkuma banameen namni jalqabaa "sagalee (vote) naaf kenni" jettee gaafattu eenyu? Akkuma galmeen banameen, **ASBEKS irratti dorgommii **Laptop Challenge seenuun liinkii sagalee…
-
BILIYEENARA SAGAAGALUMMAAF DHAABBATE OFII KEESSAA ARIYAME: Hoji-Geggeessaan Olaanaan Dhaabbata 'Nvidia' Jensen Huang Sagaagalummaa fi Shakkii Basaasummaa Chaayinaatiin Walqabatee Dhaabbata Ofii Hundeessanii Guddisan Gadiidhiisan; Eelon Maask "Isa Qacaruun Anaaf Kabaja Guddaadha" Jedhan! ⠀ Hoji-geggeessaan olaanaa (CEO) fi hundeessaan dhaabbata teeknooloojii fi 'AI' addunyaa irratti sadarkaa duraa irra jiru 'Nvidia' kan ta'an Jensen Huang, haadha warraa isaanii irratti sagaagaluu (cheating) fi dubartii basaastuu mootummaa Chaayinaati jedhamtee shakkamtu waliin hariiroo iccitii uumuu isaaniitiin walqabatee, dhaabbata waggoota 33'f ofii ijaaranii guddisan har'a ifatti gadiidhiisaniiru. Jensen H...
-
Ogeeyyiin Fayyaa Aanaa Zuwaay Dugdaa Kaffaltiin ‘Night Duty’ Gurraandhala 2018 Irraa Eegalee Nuuf Hin Kaffalamne Jechuun Komii Kaasan; Bulchiinsi Aanichaa Yeroo Gabaabaa Keessatti Ni Kaffalama Jedhe! Godina Kibba Baha Oromiyaa Aanaa Zuwaay Dugdaatti ogeeyyiin fayyaa kaffaltii hojii halkanii (Night Duty) ji’a Gurraandhalaa bara 2018 irraa eegalee hanga har’aatti nuuf hin kaffalamne jechuun komii qaban Miidiyaa Abdii Sabaatti himataniiru. Komii ogeeyyii fayyaa kana bu’uura godhachuun Miidiyaan Abdii Sabaa ogeeyyii komii dhiyeeffatanii fi hoggantoota mootummaa sadarkaa aanichaatti dhimmichi kallattiin ilaallatu bilbilaan quunnameera. Akka ogeeyyiin fayyaa Aanaa Zuwaay Dugdaa Miidiyaa Abdii Sa...
-
HIMANNAAN KEENIYAATTI MEETTAA IRRATTI DHIYAATE MANA MURTIITTI DEEBI’EE ILAALAMAA JIRA ⠀ Finfinnee, Sadaasa 12, 2026: Kaampaaniin Meettaa (Meta), kaampaaniiwwan Feesbuukii fi Inistaagiraam yeroo waraanni Kaaba Itoophiyaatti gaggeeffamaa turetti qabiyyee jibbiinsaa fi waamicha jeequmsaaf kakaasu miidiyaa hawaasaa isaa irratti akka tamsa’u hayyameera jechuun himannaan irratti dhiyaate Mana Murtii Olaanaa Keeniyaa keessatti irra deebi’ee ilaalamaa jiraachuun gabaafame. ⠀ Himannaan kun lammiilee Itoophiyaa lama, Abrahaam Ma’aarag fi Fissihaa Takilee, akkasumas dhaabbata mirgoota namoomaa Keeniyaa Kaatiibaa Inistiitiyuut (Katiba Institute) waliin ta’uun Mudde 14, 2022 Mana Murtiif dhiyaate. ⠀ Hima...
-
Sababa Beelaaf Ambaashaa Cabsee Waan Nyaateef Umrii Waggaa 14tti Haati Isaa "Nan Ajjeesa Manatti Hin Galin" Jettee Daandii Irratti Kan Darbatte 'Addaanyi', Waggoota Dheeraa Booda Osoo Haati Isaa Dhiifama Hin Gaafatin Dhiifama Gochuufiin Araarame — Seenaa Isaa Irraa Maal Baranna? Duuba araara dargaggoo ispoortii Addaanyi jedhamuu fi haadha isaa har'a onnee namoota hedduu tuquun boochisaa jiru kanaa, seenaa ijoollummaa baay'ee suukanneessaa fi barnoota jireenyaa guddaa dabarsutu jira. Ijoollummaa isaatiin abbaa fi haadha irraa adda ba'uun harka akaakayyuu fi akkoo isaatti kan guddate Addaanyi, jaalala haadhaa argachuuf yaalii guddaa taasisus wanti inni mana haadha isaatti arge garuu faallaa i...
-
Iddoowwan Hooggansa Manneen Barnootaa Sadarkaa Tokkoffaa Duraa Guutummaatti Dubartootaan Akka Guutaman Murtaa’e Finfinnee, Sadaasa 11, 2026: Ministeerri Barnootaa imaammata barnootaa fi leenjii haaraa hordofuun qajeelfama filannoo fi muudama hooggantoota manneen barnootaa, itti aanaa hogganaa fi suppervaayizarootaa haaraa baaseera. Akka qajeelfama kanaatti, iddoowwan hoggansa manneen barnootaa sadarkaa tokkoffaa duraa, hogganaa fi itti aanaa hoogganaa dabalatee, guutummaatti dubartootaan kan guutaman yoo ta’u, dubartoonni ulaagaalee barbaachisan guutan yoo hin argamne dhiironni dorgommicha irratti hirmaachuu ni danda’u jedhameera. Hooggantoonni manneen barnootaa sadarkaa tokkoffaa fi lamm...
-
Alaabaa Faannoo Fannisu, Barsiisota Afaan Oromoo Doorsisu! — Barattootaafi Barsiisota Afaan Oromoorra Dhiibbaa Guddaatu Ga’aa Jira (Barsiisota Mana Barumsaa Mikiililaand) Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee, Kutaa Magaalaa Addis Katamaa Aanaa 13 naannawaa Birciqqoo jedhamutti kan argamu Mana Barumsaa Mikiililaand Sadarkaa 1ffaa fi G/galeessaa keessatti, gochaan hojjettoota, barsiisotaa fi barattoota Afaan Oromoo dubbatan gaddisiisee fi muufachiise raawwatamuu isaa barsiisonni mana barumsichaa Miidiyaa Abdii Sabaatti himan. Dhimmi kunis gaafa Onkoloolessa 2, 2019 A.L.I (2/2/2019) wayita Guyyaan Kabaja Ayyaana Alaabaa Biyyoolessaa kabajamutti, alaabaan seeraan beekamtii hin qabne (Alaabaan Faanno...
-
Sharariitonni 3,000 Ol Ta’an Kaalsii Xuraawaa Keessa Dhokfaman Buufata Xiyyaaraa Peeruutti To’ataman Finfinnee, Sadaasa 12, 2026: Hojjettoonni gumurukaa fi to’attoonni bineensota bosonaa Peeruu, sharariitota gurguddoo (tarantulas) hedduu kaalsiiwwan fakkaattii maqaa qaban keessa dhokfamanii gara Jarmanii seeraan ala geeffamuuf turan Buufata Xiyyaaraa Idil-Addunyaa ‘Jorge Chávez’, Liimaa keessatti to’ataniiru. Gabaasni kun lakkoofsi sharariitotaa 3,000 ol ta’an kun imaltoota sadii kan lammiilee Jarmanii lamaa fi lammii Poolaandii tokkoon daddabarfamuuf shakkaman yoo ta’u, haa ta’u malee lakkoofsi sirrii bineensotaa, eenyummaa imaltootaa akkasumas, haalli isaan ittiin qabaman maddoota walaba...
-
Laaptooppiin kun maalif akka siif malu liinkii kee waliin bakka yaadaatti barreessii maxxansi. Warri kaan ammoo nama ni malaaf jettaniif vote godhaa. 👇👇👇👇👇👇👇👇 https://t.me/Asbeksbot/start 🤖 @Asbeksbot ⚡️@AsbeksPlatform
Questions about ABDII SABAA
How many subscribers does ABDII SABAA have?
ABDII SABAA (@ABDII_SABAA) has 597,252 subscribers as of November 18, 2026.
How many people see a post on ABDII SABAA?
A typical post gets about 39,000 views within 24 hours, roughly 6% of its subscribers (the ERR).
What is ABDII SABAA about?
It is listed in News & Media, and posts mostly in Oromo. The channel describes itself as: “SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA! 💬Contact Us💬 @AbdiiSabaaDm 🎯ODEEFFANNOO BARNOOTAAF @abdii_sabaa_university”
Where does ABDII SABAA rank?
By subscribers it is #101 in News & Media, #2 in 🇪🇹 Ethiopia, #1 among Oromo channels, #335 worldwide.
Does ABDII SABAA post ads?
None of its 29 posts in the last 30 days carried an ad label such as #ad or Sponsored. Unlabelled promotions can’t be detected.
Statistics updated 2 hours ago.