ORO LIVERPOOL ™ 🔴
–The largest Liverpool Telegram channel in Ethiopia by Afaan Oromoo. Get instant updates on news. (Unofficial Fan channel ) No copyright intended ____________________ 📥 For Advertising : @Khalido_9 Buy ads: https://telega.io/c/Oro_Liverpool1
- 24 часа
- +97
- 7 дней
- –
- 30 дней
- –
- Реакции
- 31
- Репосты
- –
- Комментарии
- –
Динамика подписчиков
Подписчиков у канала «ORO LIVERPOOL»: 123 488. Средний охват поста за сутки около 2 734, вовлечённость 2,2 %.
По дням, последние 30 дней
| Дата | Подписчики | Изменение | Посты | Ср. просмотры поста |
|---|---|---|---|---|
| 26 ноя | 123 488 | +96 | 35 | 1 503 |
| 25 ноя | 123 392 | +347 | 114 | 1 605 |
| 24 ноя | 123 045 | – | 60 | 1 731 |
Просмотры по возрасту поста
Средние просмотры в каждом возрасте, посты за последние 30 дней.
- 1 ч
- 722
- 3 ч
- 1 283
- 6 ч
- 1 775
- 12 ч
- 2 198
- 24 ч
- 2 734
Когда публикует
Время по UTC. 225 постов за 90 дней.
Последние посты
-
🎁🎁ጨዋታዉ በቀላሉ 500,000 ብር ያሸልማል!! GATE OF OLYMPUS ይጫወቱ ይሸለሙ!! !!! 🎮 🎮 🎮 👇👇ከስር ያለዉ ሊንክ በመጠቀም አሁኑኑ ይቀላቀሉን👇👇 http://ahaduaakl.games?promo_code=AHADU111 🎁🎁በአሃዱ ሁሉም አሸናፊ ነዉ!!!!🎉🎉 🎁 300% ቦነስ በመጀመርያ ዲፖዚት ያግኙ !🎁 🔥 15% Cashback - እንደተለመደው መሸነፍ የለም : ዕድል ባይቀናዎ እንኳን 15% ተመላሽ ገንዘብዎ ሁሌም አለ:: 🔥 በፈለጉት የክፍያ አማራጭ ያለገደብ ገቢ እና ወጪ ያድርጉ! 💳 የክፍያ አማራጮች፦ ቴሌብር | ሲቢኢ ብር | ኤም-ፔሳ | ኢ-ብር 📲 Register, Deposit & Win Now: 🌐 http://ahaduaakl.games 🤖 https://t.me/ahadugamesbot 📣 t.me/ahadugames 🎧 @Ahadugamessupportt
-
◻️ Taphoota Shaampiyoonsi Liigii kaleessa gaggeeffaman keessatti taphattoota qabxii madaallii (rating) olaanaa argatan: Alexander Isak ✅️ Alisson Becker ✅️ [365scores]
-
Flo 🇩🇪💫🔥🔥🔥🔥 🔴SHARE➪ |@Oro_Liverpool1 🔴SHARE➪ |@Oro_Liverpool1 #ORL CHOICE OF ALL ❤️ ⎙ ㅤ ⌲ 🔕 ✉️ ˡⁱᵏᵉ ˢᵃᵛᵉ ˢʰᵃʳᵉ ᵘⁿᵐᵘᵗᵉ ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ
-
🔠🔠🔠🔠🔠🔠🔠🔠 አለም ላይ ጥቅም ላይ የዋሉ ሁሉም የጫወታ አይነቶች የሚገኙበት ቦታ weyra.bet 💵💶🪙 በማስተዋል ይጫወቱ አሸናፊም ይሁኑ !! በጫወታው አለም አስተዋዮች ሁል ጊዜ አሸናፊዎች ናቸው። እኛ ቤት ከ 5000 ብር በላይ በየቀኑ ለሚሞሉ ደንበኞች በየቀኑ አበረታች ስጦታ እንዳለ ያውቃሉ? ባሉበት ሆነው እንሸልሞ🎄🎄 👉ፈጣን 🔠🔠🔠🔠🔠🔠🔠🔠 👉 ፈጣን 🔠🔠🔠🔠🔠🔠🔠 👉 ፈጣን አገልግሎት 📢 weyra.bet ጎራ ይበሉ!! እና ምን እንደሚያገኙ ይመልከቱ ! weyra.bet የሚለየው በተግባር ነው 🌿ወይራ ምን አለ? ኑ አብረን ደስታን እንጨድ 🤑 👉 በዌብሳይት ለመጫወት 👇 https://weyra.bet/home 👉በቴሌግራም ቦት ለመጫወት: 👇 @weyrabetbot @weyrabetbot 👉እኛን ለማግኘት: 👇 @weyrabet 👉ቻናላችንን ለመቀላቀል: 👇 https://t.me/ethioweyrabets ⚽️⚽️ኳስን ጨምሮ ሁ...
-
🚨🚨| Liverpool, Manchester United fi Tottenham seera faayinaansii Premier Liigii cabseera jechuun Manchester City kan himatame irratti gaaffii beenyaa dhiyeessuuf dhaabbata seeraa tokkicha wajjin hojjechaa jiru👀 ◻️ Gatiin kaffaltii beenyaa kanaa paawundii miiliyoona dhibbootaan lakkaa'amutti dhiyaachuu danda'a. 🥇[Guardian] 🔴SHARE➪ |@Oro_Liverpool1 🔴SHARE➪ |@Oro_Liverpool1 #ORL CHOICE OF ALL ❤️ ⎙ ㅤ ⌲ 🔕 ✉️ ˡⁱᵏᵉ ˢᵃᵛᵉ ˢʰᵃʳᵉ ᵘⁿᵐᵘᵗᵉ ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ
-
🔴 #Jijjiirraa_Taphattootaa 🚨 Liverpool walga’iiwwan keessoo isaa irratti, goolii eegaa Lens kan ta’e Robin Risser mallatteessisuuf yaada jiru qorateera. 📌 L'Équipe 🔴SHARE➪ |@Oro_Liverpool1 🔴SHARE➪ |@Oro_Liverpool1 #ORL CHOICE OF ALL ❤️ ⎙ ㅤ ⌲ 🔕 ✉️ ˡⁱᵏᵉ ˢᵃᵛᵉ ˢʰᵃʳᵉ ᵘⁿᵐᵘᵗᵉ ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ
-
🔥FIRE GAMES waliin bashannanaa! Taphoota jaallataman kanaani guyaa kessani addaa taasifadhaa! Galgala kana Bonasi Birrii 100 ni gadhiifama, chaanaala keenya @firegamez1 hordofaa! 🎉 galii jalqabaa 30% 💰 galii 10% 💸 deebii maallaqaa (Cashback) 12% 📲 Chaanaalii keenya hordofaa 👉 @firegamez1 💬 Gargaarsa yoo barbaaddan 👉 @Firegamessupport
-
#GUYYAA_TAPHAA🔥🔥 🇪🇺 Sagantaa Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaa Marsaa 5ffaan! 🔵 Club Brugge Vs Liverpool 🔴 📆 Har'a sadaasa 16 ⏰ Galgala sa'aatii 5:00 PM 🏟️ Istaadiyeemii Jan Breydel 📱 Tamsaasa kallattiin Oro Liverpool irratti Injifannoo boonsaa kilaba…
-
🔝Riyoo Ingumoohaa ammas namni dhaabu hin argamne🔥🔥🔥 ✅29 DRIBBLING💪💪 𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄 @Oro_Liverpool1 𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄 @Oro_Liverpool1 #ORL CHOICE OF ALL ♡ ㅤ ⎙ㅤ ⌲ 🔕 ✉️ ˡᶦᵏᵉ ˢᵃᵛᵉ ˢʰᵃʳᵉ ᵘⁿᵐᵘᵗᵉ ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ
-
🔝Riyoo Ingumoohaa ammas namni dhaabu hin argamne🔥🔥🔥 ✅29 DRIBBLING💪💪 𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄 @Oro_Liverpool1 𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄 @Oro_Liverpool1 #ORL CHOICE OF ALL ♡ ㅤ ⎙ㅤ ⌲ 🔕 ✉️ ˡᶦᵏᵉ ˢᵃᵛᵉ ˢʰᵃʳᵉ ᵘⁿᵐᵘᵗᵉ ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ
-
🔴Kilabiin keenya fuula Ig isaanii irratti✨ 𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄 @Oro_Liverpool1 𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄 @Oro_Liverpool1 #ORL CHOICE OF ALL ♡ ㅤ ⎙ㅤ ⌲ 🔕 ✉️ ˡᶦᵏᵉ ˢᵃᵛᵉ ˢʰᵃʳᵉ ᵘⁿᵐᵘᵗᵉ ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ
-
Isak fuula IG isaa irratti❤️ 𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄 @Oro_Liverpool1 𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄 @Oro_Liverpool1 #ORL CHOICE OF ALL ♡ ㅤ ⎙ㅤ ⌲ 🔕 ✉️ ˡᶦᵏᵉ ˢᵃᵛᵉ ˢʰᵃʳᵉ ᵘⁿᵐᵘᵗᵉ ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ
-
Taphni akkam ture family mee yadda keessan waa'ee ga'umsa kilaba keenyaa irratti 𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄 @Oro_Liverpool1 𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄 @Oro_Liverpool1 #ORL CHOICE OF ALL ♡ ㅤ ⎙ㅤ ⌲ 🔕 ✉️ ˡᶦᵏᵉ ˢᵃᵛᵉ ˢʰᵃʳᵉ ᵘⁿᵐᵘᵗᵉ ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ
-
🇳🇱 Virgil van Dijk waa’ee Florian Wirtz, Bradley Barcola fi Alexander Isak: "Isaan baay’ee ajaa’ibsiisoo turan. Wanta addunyaan alaa waa’ee keessan dubbatu to’achuu hin dandeessan. Wanti gochuu qabdan qulqullina keessan dirree irratti agarsiisuu qofa irratti xiyyeeffachuudha. Isaan taphaan deebii kennaniiru; ammas sadarkaa akkasii irratti itti-fufiinsaan taphachuun isaaniif baay’ee barbaachisaadha. Sababiin isaas Liverpool kanuma barbaada — guyyoota sadii yookiin afur hunda keessatti bu’aa agarsiisuun barbaachisaadha. Isaan haala gaariin raawwachaa jiru, anis baay’een isaanitti gammadeera." 🔴SHARE➪ |@Oro_Liverpool1 🔴SHARE➪ |@Oro_Liverpool1 #ORL CHOICE OF ALL ❤️ ⎙ ㅤ ⌲ 🔕...
-
🎙️ Jamie Carragher: “Kun dandeettii isa hundarra gaarii Florian Wirtz maallaqaa (maaliyaa) Liverpool uffatee agarsiisedha. Torban hunda dandeettii akkasii ni agarsiisa jedhee hin eegu. Inni taphoota 50 hanga 60 ta’an ni taphata. Dandeettii akka kaleessaa agarsiise sana bara dorgommii keessatti yoo xiqqaate yeroo 10 arguun barbaada. Florian Wirtz waliin rakkoo tokkoyyuu hin qabu; qarshii guddaa kanfaltus dandeettii akkasitiif.” 🎙️ Jamie Carragher waa’ee goolii Florian Wirtz ilaalchisee: “Wanta Florian Wirtz hojjete yeroon ilaalu, kun gooliiwwan bareedoo bara dorgommichaa keessaa tokko natti fakkaata. Galata guddaa ani isaaf kennuu danda’u wajjin kan wal dhiyaatu, gooliin kun akka gooliiww...
-
Фото
Смотреть в Telegram
2 720 просмотров 135 Реакции
-
Back to his prime 𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄 ➡️ @Oro_Liverpool1 𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄 ➡️ @Oro_Liverpool1 🟢#ORL CHOICE OF ALL ♡ ㅤ ⎙ㅤ ⌲ 🔕 ✉️ ˡᶦᵏᵉ ˢᵃᵛᵉ ˢʰᵃʳᵉ ᵘⁿᵐᵘᵗᵉ ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ
-
Maanchistar Yunaayitid tapha Liivarpuul waliin taasisaniin kaardii diimaa Leenii Yooroof kennameef ol’iyyannoo dhiyeessuuf akka yaadan Waldaa Kubbaa Miilaa Ingilizii beeksisaniiru. [skysports] 𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄 @Oro_Liverpool1 𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄 @Oro_Liverpool1 #ORL CHOICE…
-
Maxxansi kilabiin keenya tapha darbii Laankishayer booda fuula Ig isaanii irratti afaan Amaariffaan ድል jechuun maxxansan kun Itiyoophiyaa keessatti ijoo dubbi ta'uun gabaafameera. 𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄 @Oro_Liverpool1 𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄 @Oro_Liverpool1 #ORL CHOICE OF ALL ♡…
2 660 просмотров 61 Реакции -
🤯 Umurii isaa waggaa 35tti gahumsi walitti fufiinsa qabu kan Virgil van Dijk bara dorgommii kana agarsiise baay’ee nama ajaa’iba… Bara dorgommii kana Piriimeer Liigii keessatti tapha tokko qofarratti qabxii 7.0 gadi argate! 🌟 𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄 ➡️ @Oro_Liverpool1 𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄 ➡️ @Oro_Liverpool1 🟢#ORL CHOICE OF ALL ♡ ㅤ ⎙ㅤ ⌲ 🔕 ✉️ ˡᶦᵏᵉ ˢᵃᵛᵉ ˢʰᵃʳᵉ ᵘⁿᵐᵘᵗᵉ ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ
Вопросы о канале «ORO LIVERPOOL»
Сколько подписчиков у канала «ORO LIVERPOOL»?
У канала «ORO LIVERPOOL» (@oro_Liverpool1) 123 488 подписчиков на 26 ноября 2026 г.
Сколько человек видят пост в канале «ORO LIVERPOOL»?
Средний пост набирает около 2 700 просмотров за 24 часа, это примерно 2 % подписчиков (ERR).
О чём канал «ORO LIVERPOOL»?
Канал в категории «Спорт и фитнес», язык постов: оромо. Описание канала: «–The largest Liverpool Telegram channel in Ethiopia by Afaan Oromoo. Get instant updates on news. (Unofficial Fan channel ) No copyright intended ____________________ 📥 For Advertising : @Khalido_9 B...»
Какое место занимает канал «ORO LIVERPOOL»?
По числу подписчиков: №52 в категории «Спорт и фитнес», №57: 🇪🇹 Эфиопия, №6 среди каналов на языке «оромо», №2 191 в мире.
Публикует ли канал «ORO LIVERPOOL» рекламу?
За последние 30 дней ни один из 225 постов не помечен как реклама (#ad, Sponsored, «Реклама»). Рекламу без пометки определить нельзя.
Статистика обновлена 3 часа назад.