OLMAA ADDUNYAA ™ 🌐
- №1 543 в категории «Новости и СМИ»
- №124: 🇪🇹 Эфиопия
- №17 среди каналов на языке «оромо»
- №4 762 в мире
Buy add: https://telega.io/c/Olmaa_Addunyaa ⚡️Breaking news from around the world! Chanaalii Kana irraatti: ☑️ Oddefannoo biyyaa Kessaa ☑️ Oddefannoo biyyaa alaa ☑️ olmaa Guyyaa Guyyaa Addunyaa Nii argattuu stay connected!
- 24 часа
- +70
- 7 дней
- –
- 30 дней
- –
- Реакции
- 18
- Репосты
- –
- Комментарии
- –
Динамика подписчиков
Мы недавно начали отслеживать этот канал, график заполняется день за днём.
Подписчиков у канала «OLMAA ADDUNYAA»: 52 398.
Когда публикует
Время по UTC. 13 постов за 90 дней.
Последние посты
-
Finfinneetti Duulli Talaallii Pooliyoo kennamu eegale Magaalaa Finfinneetti Duulli Talaallii Pooliyoo Sadaasa 11-14 bara 2019'tti turu Kutaa Magaalaa Gullallee, Mana Barumsaa Sadarkaa 1ffaa Iyyeerusaalemitti eegalchiifameera. Dhibee Pooliyoo Ittisuuf falli jiru Ijoolleen Umrii Waggaa 5 gadi jiran talaallii barbaachisu mara fudhachuun dirqama tahuu hubachiisaniiru. Talaalliin Kuniis, Ijoollee Umriin isaanii Waggaa 5 gadi keessa jiran, Oolmaa Daa'immanii, Manneen Barnootaa Sadarkaa 1ffaafi iddoolee Namni itti baayyatuufi Hawaasa keessa Naannawuuniis kan laatamu tahuu himameera. Hogganaan Biiroo Barnootaa Magaalaa Finfinnee Zalaalam Mulaatuu (PhD) Abdiin egeree biyya ijoollee har'a manneen...
-
Фото
Смотреть в Telegram
1 890 просмотров 12 Реакции
-
Manni Maree Olaanaa Dhimmoota Islaamummaa Itoophiyaa Du’a Booda Kennaa korniyaa Ijaa Kennuun Kan Eeyyamamu Ta’uu Murteesse Manni Maree Olaanaa Dhimmoota Islaamummaa Itoophiyaa, Koreen Olaanaa Fataawaa Yaa’ii Ulamaa’ii, namni tokko erga du’ee booda korniyaa ijaa isaa (Cornea) namoota rakkoo arguu qaban fayyaduuf kennuun seera Shari’aa Islaamaatiin kan eeyyamamu ta’uu murtii Fatwaa dabarseera. Manni Maree murtii kana kan dabarse gaaffii Ministeera Fayyaa fi Tajaajila Baankii Dhiigaa Itoophiyaa irraa dhiyaate irratti hundaa’uun yoo ta’u, Koreen Fataawaa dhimma kana irratti qorannoo bal’aa erga gaggeessee booda, keeyyattoota Qur’aanaa, hadiisota Rasuulaa(SAW) fi bu’uuraalee Shari’aa irratti hu...
2 680 просмотров 21 Реакции -
Фото
Смотреть в Telegram
1 920 просмотров 12 Реакции
-
Itoophiyaan Waggoota 24 Keessatti Hidhaalee 590 Ijaaruuf Karoorfatte Itoophiyaan waggoota 24 dhufan keessatti biyyattii keessatti hidhaalee bishaanii fi humna ibsaa maddisiisan 590 ijaaruuf karoorfachuu ishee ibsameera. Itoophiyaan laggeen gurguddoo biyyattii kanneen akka Abbayyaa, Waabee Shabalee, Gannaalee, Daawaa, Omoo, Baaroo, Takkazzee fi Awaash irratti hidhaalee gurguddoo 40 fi hidhaalee giddugaleessaa 300 ijaaruuf karoorfatteetti jedhameera. Kana malees, dameewwan laggeen kanaa irratti hidhaalee dabalataa giddugaleessaa fi xixiqqaa yoo xiqqaate 250 ijaaruuf karoorri qabamuu ibsameera. Sagantaan kun humna elektirikii bishaan irraa maddisiifamu guddisuu, hojiiwwan jallisii babal’isu...
2 780 просмотров 18 Реакции -
.
2 810 просмотров 22 Реакции -
.
-
☑️Data Tolan fayyadumuun itti fufeera namonni ammayyu hin fayyadamin jirtan start bakka jedhuu tuqa seenaa 👇👇
-
Kiriistiyaanoo Ronaaldo Tapha Garee Biyyaalessaa Porchugaaliif Taphatu Dhaabe Taphataan kubbaa miilaa beekamaan addunyaa, Kiriistiyaanoo Ronaaldoo, garee biyyaalessaa Purtugaal bakka bu'ee taphachuu isaa dhaabuuf murteessuu beeksise. Ronaaldoon umuriin isaa waggaa 41 yoo ta'u, erga bara 2003 garee biyyaalessaa Purtugaal keessatti taphachuu jalqabee galchii 146 galchuun, taphoota 234 keessatti biyya isaa bakka bu'ee taphateera. Lakkoofsi galchii fi taphoota inni garee biyyaalessaaf taphate kunis galmee addunyaa ta'uu BBC'n gabaaseera. Ronaaldoon ergaa viidiyoo fuula isaa Instagram irratti maxxanseen, uffata lakkoofsa 7 kan waggoota 23f uffataa ture dhaloota dhufuuf dabarsuuf yeroo isaa ga'...
-
Dhalattuun Itoophiyaa, Ameerikatti Filannoo injifatte. Dhalattuun Itoophiyaa, Meelaat Kiroos filannoo walakkaa bara Ameerikaa irratti sagalee olaanaadhaan kan injafatte yoo ta'u, bakka buutuu kutaa Magaala Koloraadoo ta'uudhaan filatamteetti. Filannoo bara Walakkaa kana Paartiin Dimokraatotaa injifachuu isaaniis ibsameera. Paartiin biyya bulchaa jiru paartiin Rippablikaa filannoo kanaan moo'atamuu isaa amanuun, Doonald Tiraamp Dimokraatotaa waliin hojjachuuf qophii ta'uu isaanii ibseera.#BBC 📡 MIIDIYAA @Olmaa_Addunyaa @News
-
Yaa’iin 3ffaa Raashiyaa -Afrikaa, Har’aafi Boru Raashiyaa Mooskootti gaggeeffama. Yaa’icharratti hoggantoonni biyyootaafi qopheessitoonni imaammataa dhimma ijoo diinagdee, invastimantiifi tumsa namoomaa irratti ni mari’atu jedhame. Yaa’icharratti hirmaattonni 200 ol biyyoota Afrikaa 46 irraa walitti babba’an ni argamu jedhamee eegama. Akkasumas, waltajjiiwwan marii biyyoota hedduu hirmaachisaniifi marii biyyoota lamaanii ni gaggeeffamu. Dabalataanis, bakka bu’oonni miidiyaalee Afrikaa ni hirmaatu; waliigalteewwan hedduunis ni mallatteeffamu jedhamee eegama, Yaa’iin kun waltajjii olaanaa tumsa siyaasaa, diinagdee, teeknooloojiifi nageenyaa Raashiyaafi biyyoota Afrikaa gidduu jiru cimsuuf...
-
Dhalattuun Itoophiyaa, Ameerikatti Filannoo injifatte. Dhalattuun Itoophiyaa, Meelaat Kiroos filannoo walakkaa bara Ameerikaa irratti sagalee olaanaadhaan kan injafatte yoo ta'u, bakka buutuu kutaa Magaala Koloraadoo ta'uudhaan filatamteetti. Filannoo bara Walakkaa kana Paartiin Dimokraatotaa injifachuu isaaniis ibsameera. Paartiin biyya bulchaa jiru paartiin Rippablikaa filannoo kanaan moo'atamuu isaa amanuun, Doonald Tiraamp Dimokraatotaa waliin hojjachuuf qophii ta'uu isaanii ibseera.#BBC 📡 MIIDIYAA @Olmaa_Addunyaa @News
-
.
2 810 просмотров 22 Реакции -
Itoophiyaan Waggoota 24 Keessatti Hidhaalee 590 Ijaaruuf Karoorfatte Itoophiyaan waggoota 24 dhufan keessatti biyyattii keessatti hidhaalee bishaanii fi humna ibsaa maddisiisan 590 ijaaruuf karoorfachuu ishee ibsameera. Itoophiyaan laggeen gurguddoo biyyattii kanneen akka Abbayyaa, Waabee Shabalee, Gannaalee, Daawaa, Omoo, Baaroo, Takkazzee fi Awaash irratti hidhaalee gurguddoo 40 fi hidhaalee giddugaleessaa 300 ijaaruuf karoorfatteetti jedhameera. Kana malees, dameewwan laggeen kanaa irratti hidhaalee dabalataa giddugaleessaa fi xixiqqaa yoo xiqqaate 250 ijaaruuf karoorri qabamuu ibsameera. Sagantaan kun humna elektirikii bishaan irraa maddisiifamu guddisuu, hojiiwwan jallisii babal’isu...
2 780 просмотров 18 Реакции -
Manni Maree Olaanaa Dhimmoota Islaamummaa Itoophiyaa Du’a Booda Kennaa korniyaa Ijaa Kennuun Kan Eeyyamamu Ta’uu Murteesse Manni Maree Olaanaa Dhimmoota Islaamummaa Itoophiyaa, Koreen Olaanaa Fataawaa Yaa’ii Ulamaa’ii, namni tokko erga du’ee booda korniyaa ijaa isaa (Cornea) namoota rakkoo arguu qaban fayyaduuf kennuun seera Shari’aa Islaamaatiin kan eeyyamamu ta’uu murtii Fatwaa dabarseera. Manni Maree murtii kana kan dabarse gaaffii Ministeera Fayyaa fi Tajaajila Baankii Dhiigaa Itoophiyaa irraa dhiyaate irratti hundaa’uun yoo ta’u, Koreen Fataawaa dhimma kana irratti qorannoo bal’aa erga gaggeessee booda, keeyyattoota Qur’aanaa, hadiisota Rasuulaa(SAW) fi bu’uuraalee Shari’aa irratti hu...
2 680 просмотров 21 Реакции -
.
-
Kiriistiyaanoo Ronaaldo Tapha Garee Biyyaalessaa Porchugaaliif Taphatu Dhaabe Taphataan kubbaa miilaa beekamaan addunyaa, Kiriistiyaanoo Ronaaldoo, garee biyyaalessaa Purtugaal bakka bu'ee taphachuu isaa dhaabuuf murteessuu beeksise. Ronaaldoon umuriin isaa waggaa 41 yoo ta'u, erga bara 2003 garee biyyaalessaa Purtugaal keessatti taphachuu jalqabee galchii 146 galchuun, taphoota 234 keessatti biyya isaa bakka bu'ee taphateera. Lakkoofsi galchii fi taphoota inni garee biyyaalessaaf taphate kunis galmee addunyaa ta'uu BBC'n gabaaseera. Ronaaldoon ergaa viidiyoo fuula isaa Instagram irratti maxxanseen, uffata lakkoofsa 7 kan waggoota 23f uffataa ture dhaloota dhufuuf dabarsuuf yeroo isaa ga'...
-
☑️Data Tolan fayyadumuun itti fufeera namonni ammayyu hin fayyadamin jirtan start bakka jedhuu tuqa seenaa 👇👇
-
Фото
Смотреть в Telegram
1 920 просмотров 12 Реакции
-
Фото
Смотреть в Telegram
1 890 просмотров 12 Реакции
Вопросы о канале «OLMAA ADDUNYAA»
Сколько подписчиков у канала «OLMAA ADDUNYAA»?
У канала «OLMAA ADDUNYAA» (@Olmaa_Addunyaa) 52 398 подписчиков на 25 ноября 2026 г.
О чём канал «OLMAA ADDUNYAA»?
Канал в категории «Новости и СМИ», язык постов: оромо. Описание канала: «Buy add: https://telega.io/c/Olmaa_Addunyaa ⚡️Breaking news from around the world! Chanaalii Kana irraatti: ☑️ Oddefannoo biyyaa Kessaa ☑️ Oddefannoo biyyaa alaa ☑️ olmaa Guyyaa Guyyaa Addunyaa Nii a...»
Какое место занимает канал «OLMAA ADDUNYAA»?
По числу подписчиков: №1 543 в категории «Новости и СМИ», №124: 🇪🇹 Эфиопия, №17 среди каналов на языке «оромо», №4 762 в мире.
Публикует ли канал «OLMAA ADDUNYAA» рекламу?
За последние 30 дней ни один из 11 постов не помечен как реклама (#ad, Sponsored, «Реклама»). Рекламу без пометки определить нельзя.
Когда публикует канал «OLMAA ADDUNYAA»?
Пик публикаций: суббота, около 09:00 по UTC. Выходит около 3 постов в неделю.
Статистика обновлена 2 часа назад.