Skip to content
TelegramInformer

OLMAA ADDUNYAA ™ 🌐

@Olmaa_Addunyaa News & Media Oromo

Buy add: https://telega.io/c/Olmaa_Addunyaa ⚡️Breaking news from around the world! Chanaalii Kana irraatti: ☑️ Oddefannoo biyyaa Kessaa ☑️ Oddefannoo biyyaa alaa ☑️ olmaa Guyyaa Guyyaa Addunyaa Nii argattuu stay connected!

Open in Telegram
Subscribers
52,398
24 hours
+70
7 days
–
30 days
–
Average post reach
–
Not enough data yet
Engagement rate
–
Not enough data yet
Posts per day
0.4
Average over 30 days
Mentions
0
By other channels, last 90 days
Interaction rate (ER)
0.68%
Reactions ÷ views, 30 days
Per post, on average
Reactions
18
Reposts
–
Comments
–
Citation index
–
Not cited by other channels in 30 days
Ad posts
0%
0 of 11 posts in 30 days marked as ads

Subscriber growth

We started tracking this channel recently; the chart fills in day by day.

OLMAA ADDUNYAA has 52,398 subscribers.

When it posts

Times in UTC. 13 posts in 90 days.

Recent posts

  1. Open post

    Finfinneetti Duulli Talaallii Pooliyoo kennamu eegale ‎Magaalaa Finfinneetti Duulli Talaallii Pooliyoo Sadaasa 11-14 bara 2019'tti turu Kutaa Magaalaa Gullallee, Mana Barumsaa Sadarkaa 1ffaa Iyyeerusaalemitti eegalchiifameera. Dhibee Pooliyoo Ittisuuf falli jiru Ijoolleen Umrii Waggaa 5 gadi jiran talaallii barbaachisu mara fudhachuun dirqama tahuu hubachiisaniiru. Talaalliin Kuniis, Ijoollee Umriin isaanii Waggaa 5 gadi keessa jiran, Oolmaa Daa'immanii, Manneen Barnootaa Sadarkaa 1ffaafi iddoolee Namni itti baayyatuufi Hawaasa keessa Naannawuuniis kan laatamu tahuu himameera. Hogganaan Biiroo Barnootaa Magaalaa Finfinnee Zalaalam Mulaatuu (PhD) Abdiin egeree biyya ijoollee har'a manneen...

    1,250 views 21 Reactions Photo
  2. Open post
    Photo View in Telegram
    1,890 views 12 Reactions
  3. Open post

    Manni Maree Olaanaa Dhimmoota Islaamummaa Itoophiyaa Du’a Booda Kennaa korniyaa Ijaa Kennuun Kan Eeyyamamu Ta’uu Murteesse Manni Maree Olaanaa Dhimmoota Islaamummaa Itoophiyaa, Koreen Olaanaa Fataawaa Yaa’ii Ulamaa’ii, namni tokko erga du’ee booda korniyaa ijaa isaa (Cornea) namoota rakkoo arguu qaban fayyaduuf kennuun seera Shari’aa Islaamaatiin kan eeyyamamu ta’uu murtii Fatwaa dabarseera. Manni Maree murtii kana kan dabarse gaaffii Ministeera Fayyaa fi Tajaajila Baankii Dhiigaa Itoophiyaa irraa dhiyaate irratti hundaa’uun yoo ta’u, Koreen Fataawaa dhimma kana irratti qorannoo bal’aa erga gaggeessee booda, keeyyattoota Qur’aanaa, hadiisota Rasuulaa(SAW) fi bu’uuraalee Shari’aa irratti hu...

    2,680 views 21 Reactions
  4. Open post
    Photo View in Telegram
    1,920 views 12 Reactions
  5. Open post

    Itoophiyaan Waggoota 24 Keessatti Hidhaalee 590 Ijaaruuf Karoorfatte Itoophiyaan waggoota 24 dhufan keessatti biyyattii keessatti hidhaalee bishaanii fi humna ibsaa maddisiisan 590 ijaaruuf karoorfachuu ishee ibsameera. Itoophiyaan laggeen gurguddoo biyyattii kanneen akka Abbayyaa, Waabee Shabalee, Gannaalee, Daawaa, Omoo, Baaroo, Takkazzee fi Awaash irratti hidhaalee gurguddoo 40 fi hidhaalee giddugaleessaa 300 ijaaruuf karoorfatteetti jedhameera. Kana malees, dameewwan laggeen kanaa irratti hidhaalee dabalataa giddugaleessaa fi xixiqqaa yoo xiqqaate 250 ijaaruuf karoorri qabamuu ibsameera. Sagantaan kun humna elektirikii bishaan irraa maddisiifamu guddisuu, hojiiwwan jallisii babal’isu...

    2,780 views 18 Reactions
  6. Open post

    .

    2,810 views 22 Reactions
  7. Open post

    .

    2,480 views 9 Reactions Photo
  8. Open post

    ☑️Data Tolan fayyadumuun itti fufeera namonni ammayyu hin fayyadamin jirtan start bakka jedhuu tuqa seenaa 👇👇

    2,440 views 8 Reactions Photo
  9. Open post

    Kiriistiyaanoo Ronaaldo Tapha Garee Biyyaalessaa Porchugaaliif Taphatu Dhaabe Taphataan kubbaa miilaa beekamaan addunyaa, Kiriistiyaanoo Ronaaldoo, garee biyyaalessaa Purtugaal bakka bu'ee taphachuu isaa dhaabuuf murteessuu beeksise. Ronaaldoon umuriin isaa waggaa 41 yoo ta'u, erga bara 2003 garee biyyaalessaa Purtugaal keessatti taphachuu jalqabee galchii 146 galchuun, taphoota 234 keessatti biyya isaa bakka bu'ee taphateera. Lakkoofsi galchii fi taphoota inni garee biyyaalessaaf taphate kunis galmee addunyaa ta'uu BBC'n gabaaseera. Ronaaldoon ergaa viidiyoo fuula isaa Instagram irratti maxxanseen, uffata lakkoofsa 7 kan waggoota 23f uffataa ture dhaloota dhufuuf dabarsuuf yeroo isaa ga'...

    2,440 views 16 Reactions Photo
  10. Open post

    Dhalattuun Itoophiyaa, Ameerikatti Filannoo injifatte. Dhalattuun Itoophiyaa, Meelaat Kiroos filannoo walakkaa bara Ameerikaa irratti sagalee olaanaadhaan kan injafatte yoo ta'u, bakka buutuu kutaa Magaala Koloraadoo ta'uudhaan filatamteetti. Filannoo bara Walakkaa kana Paartiin Dimokraatotaa injifachuu isaaniis ibsameera. Paartiin biyya bulchaa jiru paartiin Rippablikaa filannoo kanaan moo'atamuu isaa amanuun, Doonald Tiraamp Dimokraatotaa waliin hojjachuuf qophii ta'uu isaanii ibseera.#BBC 📡 MIIDIYAA @Olmaa_Addunyaa @News

    3,050 views 30 Reactions Photo

Questions about OLMAA ADDUNYAA

How many subscribers does OLMAA ADDUNYAA have?

OLMAA ADDUNYAA (@Olmaa_Addunyaa) has 52,398 subscribers as of November 25, 2026.

What is OLMAA ADDUNYAA about?

It is listed in News & Media, and posts mostly in Oromo. The channel describes itself as: “Buy add: https://telega.io/c/Olmaa_Addunyaa ⚡️Breaking news from around the world! Chanaalii Kana irraatti: ☑️ Oddefannoo biyyaa Kessaa ☑️ Oddefannoo biyyaa alaa ☑️ olmaa Guyyaa Guyyaa Addunyaa Nii a...”

Where does OLMAA ADDUNYAA rank?

By subscribers it is #1,543 in News & Media, #124 in 🇪🇹 Ethiopia, #17 among Oromo channels, #4,762 worldwide.

Does OLMAA ADDUNYAA post ads?

None of its 11 posts in the last 30 days carried an ad label such as #ad or Sponsored. Unlabelled promotions can’t be detected.

When does OLMAA ADDUNYAA post?

Most often on Saturday, around 09:00 UTC. It publishes about 3 posts a week.

Statistics updated 2 hours ago.