OROMIA TEACHERS COMMUNITY
This group is open for teachers only!
- 24 hours
- +22
- 7 days
- โ
- 30 days
- โ
Subscriber growth
OROMIA TEACHERS COMMUNITY has 16,525 subscribers.
Daily numbers, last 30 days
| Date | Subscribers | Change | Posts | Avg. post views |
|---|---|---|---|---|
| 25 Nov | 16,525 | +22 | 0 | โ |
| 24 Nov | 16,503 | โ | 0 | โ |
When it posts
Times in UTC. 18 posts in 90 days.
Recent posts
-
BBOn Qajeelfama Ramaddii Hojjattoota Mootummaa Manneen Hojii Naannoo Oromiyaa Hojjattootaaf Ibse. ----------------- BBO - Onkololeessa 13/2019 Biiroon Barnootaa Oromiyaa hojjattoota biirichaa haala gurmaa'insa haaraan ramaduuf qajeelfama ramaddii haaraa bahe Lakk. 34/2019 mariisisuun hubachiiseera. Waltajjicha haasaan kan bana hogganaa I/A BBOfi I/G #Damee_Hoggansa_Misooma_Qabeenya_Namaa obbo Galatoo Tukee yoo ta'an, hojii misooma barnootaa haala gurmaa'insa haaraan walsimsiisuuf, tajaajila saffisaafi qulqulluu fayyadamtoota biraan gahuufi ergama mootummaan biiroof kenne qixa barbaadameen galmaa'an gahuuf ramaddiin kan gaggeeffamu ta'uu, ramaddiin kunis sadarkaa barnootaafi muuxannoo ir...
4,590 views 24 Reactions -
Qajeelfama Raawwii Fo'annoo fi Filannoo Kaadhimamtoota Barsiisotaa Bu'uura Boruu (Sartafikeetii (12+1) fi Sadarkaa Tokkoffaa (Diploomaa (12+2)Lakk 1/2019 Odeeffannoo biroo argachuuf armaan gadii kana #Join gochuun maatii ta'a. ๐๐๐๐๐๐ โ ๏ธ @OroAcademic
-
Qajeelfama Ramaddii Hojjattoota Mootummaa Lakk 34-2019 Odeeffannoo biroo argachuuf armaan gadii kana #Join gochuun maatii ta'a. ๐๐๐๐๐๐ โ ๏ธ @OroAcademic
-
Qajeelfama Raawwii Ramaddii Ittigaafatamtootaa fi Ogeessota Barnootaa Mootummaa Naannoo Oromiyaa Lakk. 26/2016 Odeeffannoo biroo argachuuf armaan gadii kana #Join gochuun maatii ta'a. ๐๐๐๐๐๐ โ ๏ธ @OroAcademic
-
Qajeelfama Ramaddii Fi Hojiitti Deebii Barsiisotaa Odeeffannoo biroo argachuuf armaan gadii kana #Join gochuun maatii ta'a. ๐๐๐๐๐๐ โ ๏ธ @OroAcademic
-
Barsiisonni Oromiya keessaatti barsiisaa jirtan marti keessan hojiitti jajjabaachuun keessan gaarii haa ta'u yuu malee waan gara mootummaa barsiisotaatiif ta'uu qabu hafuun isaa nama rakkisa. Akka mootummaatti ejjannoo dhaabbataa ta'ee gara barsiisotaatti naannesse waan afaaniin barsiisota jajuu yookaan ammoo tuffachuu dhaga'uun jibbisiiseera. Kan ta'uu hojjetaa mootummaa hunda caasaa mootummaa diriirsuun deeggarsa barbaachisu gochuun dirqama mootummaa ti!
3,690 views 9 Reactions -
Rakkoo Barsiisaa dubbachuuf siyaasni biyya keenyaa rakkisaadha. akka haala miidhaa hojjettoota mootummaatiif hiriirri amma ture!
4,990 views 18 Reactions -
Barsiisonni kufan jechuun Afaan Mootummaa keessa bahuun isaa akka yakkaatti yoo hiikame rakkoo hin qabu! Barsiisaa kan kuffise duubaan eenyu jechuu kan qabus Barsiisotuma ta'uu qaba!
7,090 views 21 Reactions -
#Beeksisa_Hojii_Barsiisummaa #Biiroo_Barnootaa_Magaalaa_Finfinnee โข=โข=โข โ Biiroon Barnootaa Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee iddoo hojii banaa manneen Barnootaa Sadarkaa 2ffaa kutaa 11ffaa fi 12ffaa qabu irratti barsiisota barnoota hojiifi gochaa dorgomsiisee qacaruu waan barbaaduuf barsiisonni ulaagaa armaan gadii guutuu dandeessan galmaa'uun dorgomuu kan dandeessan ta'uu keessan isin beeksifna. ๐ Muuxannoo - Zeeroo irraa jalqabee ๐ Guyyaan Galmee - Onkololeessaa 04-10/2019'tti ๐ฏ#Haala Galmee - Qaamaan argamuun โ๏ธ#Iddoo_Galmee: Magaalaa Finfinnee Mana Barnootaa Sadarkaa 2ffaa Minilik 2ffaa
-
Barsoonni hundinuu waa'ee mirga Barsiisotaa dubbachuuf ykn ammoo dhaggeeffachuuf Facebook kana hordofaa https://www.facebook.com/share/p/1Bs7vSnsSa/
9,140 views 20 Reactions
Questions about OROMIA TEACHERS COMMUNITY
How many subscribers does OROMIA TEACHERS COMMUNITY have?
OROMIA TEACHERS COMMUNITY (@oroteachers1) has 16,525 subscribers as of November 25, 2026.
What is OROMIA TEACHERS COMMUNITY about?
It is listed in Education, and posts mostly in Oromo. The channel describes itself as: โThis group is open for teachers only!โ
Where does OROMIA TEACHERS COMMUNITY rank?
By subscribers it is #412 in Education, #203 in ๐ช๐น Ethiopia, #31 among Oromo channels, #9,474 worldwide.
When does OROMIA TEACHERS COMMUNITY post?
Most often on Wednesday, around 12:00 UTC. It publishes about 1 post a week.
Statistics updated 2 hours ago.