Перейти к содержанию
TelegramInformer

Язык

Страна

Все страны
Открыть в Telegram
Подписчики
16 525
24 часа
+22
7 дней
–
30 дней
–
Средний охват поста
–
Пока мало данных
Вовлечённость
–
Пока мало данных
Постов в день
0
В среднем за 30 дней
Упоминания
0
Другими каналами за 90 дней
Реакции на просмотры (ER)
–
Пока мало данных
В среднем на пост
Пока мало данных
Индекс цитирования
–
Другие каналы не цитировали его за 30 дней
Рекламные посты
–
Пока мало данных

Динамика подписчиков

Подписчиков у канала «OROMIA TEACHERS COMMUNITY»: 16 525.

По дням, последние 30 дней
Дата Подписчики Изменение Посты Ср. просмотры поста
25 ноя 16 525 +22 0 –
24 ноя 16 503 – 0 –

Когда публикует

Время по UTC. 18 постов за 90 дней.

Последние посты

  1. Открыть пост

    BBOn Qajeelfama Ramaddii Hojjattoota Mootummaa Manneen Hojii Naannoo Oromiyaa Hojjattootaaf Ibse. ----------------- BBO - Onkololeessa 13/2019 Biiroon Barnootaa Oromiyaa hojjattoota biirichaa haala gurmaa'insa haaraan ramaduuf qajeelfama ramaddii haaraa bahe Lakk. 34/2019 mariisisuun hubachiiseera. Waltajjicha haasaan kan bana hogganaa I/A BBOfi I/G #Damee_Hoggansa_Misooma_Qabeenya_Namaa obbo Galatoo Tukee yoo ta'an, hojii misooma barnootaa haala gurmaa'insa haaraan walsimsiisuuf, tajaajila saffisaafi qulqulluu fayyadamtoota biraan gahuufi ergama mootummaan biiroof kenne qixa barbaadameen galmaa'an gahuuf ramaddiin kan gaggeeffamu ta'uu, ramaddiin kunis sadarkaa barnootaafi muuxannoo ir...

    4 590 просмотров 24 Реакции
  2. Открыть пост

    Qajeelfama Raawwii Fo'annoo fi Filannoo Kaadhimamtoota Barsiisotaa Bu'uura Boruu (Sartafikeetii (12+1) fi Sadarkaa Tokkoffaa (Diploomaa (12+2)Lakk 1/2019 Odeeffannoo biroo argachuuf armaan gadii kana #Join gochuun maatii ta'a. 👇👇👇👇👇👇 ✅️ @OroAcademic

    4 570 просмотров 13 Реакции Файл
  3. Открыть пост

    Qajeelfama Ramaddii Hojjattoota Mootummaa Lakk 34-2019 Odeeffannoo biroo argachuuf armaan gadii kana #Join gochuun maatii ta'a. 👇👇👇👇👇👇 ✅️ @OroAcademic

    4 160 просмотров 4 Реакции Файл
  4. Открыть пост

    Qajeelfama Raawwii Ramaddii Ittigaafatamtootaa fi Ogeessota Barnootaa Mootummaa Naannoo Oromiyaa Lakk. 26/2016 Odeeffannoo biroo argachuuf armaan gadii kana #Join gochuun maatii ta'a. 👇👇👇👇👇👇 ✅️ @OroAcademic

    3 530 просмотров 6 Реакции Файл
  5. Открыть пост

    Qajeelfama Ramaddii Fi Hojiitti Deebii Barsiisotaa Odeeffannoo biroo argachuuf armaan gadii kana #Join gochuun maatii ta'a. 👇👇👇👇👇👇 ✅️ @OroAcademic

    3 540 просмотров 6 Реакции Файл
  6. Открыть пост

    Barsiisonni Oromiya keessaatti barsiisaa jirtan marti keessan hojiitti jajjabaachuun keessan gaarii haa ta'u yuu malee waan gara mootummaa barsiisotaatiif ta'uu qabu hafuun isaa nama rakkisa. Akka mootummaatti ejjannoo dhaabbataa ta'ee gara barsiisotaatti naannesse waan afaaniin barsiisota jajuu yookaan ammoo tuffachuu dhaga'uun jibbisiiseera. Kan ta'uu hojjetaa mootummaa hunda caasaa mootummaa diriirsuun deeggarsa barbaachisu gochuun dirqama mootummaa ti!

    3 690 просмотров 9 Реакции
  7. Открыть пост

    Rakkoo Barsiisaa dubbachuuf siyaasni biyya keenyaa rakkisaadha. akka haala miidhaa hojjettoota mootummaatiif hiriirri amma ture!

    4 990 просмотров 18 Реакции
  8. Открыть пост

    Barsiisonni kufan jechuun Afaan Mootummaa keessa bahuun isaa akka yakkaatti yoo hiikame rakkoo hin qabu! Barsiisaa kan kuffise duubaan eenyu jechuu kan qabus Barsiisotuma ta'uu qaba!

    7 090 просмотров 21 Реакции
  9. Открыть пост

    #Beeksisa_Hojii_Barsiisummaa #Biiroo_Barnootaa_Magaalaa_Finfinnee •=•=• ✅ Biiroon Barnootaa Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee iddoo hojii banaa manneen Barnootaa Sadarkaa 2ffaa kutaa 11ffaa fi 12ffaa qabu irratti barsiisota barnoota hojiifi gochaa dorgomsiisee qacaruu waan barbaaduuf barsiisonni ulaagaa armaan gadii guutuu dandeessan galmaa'uun dorgomuu kan dandeessan ta'uu keessan isin beeksifna. 📝 Muuxannoo - Zeeroo irraa jalqabee 📅 Guyyaan Galmee - Onkololeessaa 04-10/2019'tti 🎯#Haala Galmee - Qaamaan argamuun ✍️#Iddoo_Galmee: Magaalaa Finfinnee Mana Barnootaa Sadarkaa 2ffaa Minilik 2ffaa

    7 260 просмотров 15 Реакции Фото
  10. Открыть пост

    Barsoonni hundinuu waa'ee mirga Barsiisotaa dubbachuuf ykn ammoo dhaggeeffachuuf Facebook kana hordofaa https://www.facebook.com/share/p/1Bs7vSnsSa/

    9 140 просмотров 20 Реакции

Вопросы о канале «OROMIA TEACHERS COMMUNITY»

Сколько подписчиков у канала «OROMIA TEACHERS COMMUNITY»?

У канала «OROMIA TEACHERS COMMUNITY» (@oroteachers1) 16 525 подписчиков на 25 ноября 2026 г.

О чём канал «OROMIA TEACHERS COMMUNITY»?

Канал в категории «Образование», язык постов: оромо. Описание канала: «This group is open for teachers only!»

Какое место занимает канал «OROMIA TEACHERS COMMUNITY»?

По числу подписчиков: №412 в категории «Образование», №203: 🇪🇹 Эфиопия, №31 среди каналов на языке «оромо», №9 477 в мире.

Когда публикует канал «OROMIA TEACHERS COMMUNITY»?

Пик публикаций: среда, около 12:00 по UTC. Выходит около 1 поста в неделю.

Статистика обновлена 2 часа назад.