Skip to content
TelegramInformer

Cooperative Bank of Oromia

@coopbankoromia Verified

Coopbank, a fast-growing bank in Ethiopia, is passionately committed to empowering communities and transforming lives. Rooted in our community, we deliver innovative services that meet customer needs helping you bank smarter and live better.

Open in Telegram
Subscribers
94,497
24 hours
–
7 days
–
30 days
–
Average post reach
–
Not enough data yet
Engagement rate
–
Not enough data yet
Posts per day
–
Average over 30 days
Mentions
0
By other channels, last 90 days
Interaction rate (ER)
0.16%
Reactions ÷ views, 30 days
Per post, on average
Reactions
9
Reposts
–
Comments
–
Citation index
–
Not cited by other channels in 30 days
Ad posts
0%
0 of 14 posts in 30 days marked as ads

Subscriber growth

We started tracking this channel recently; the chart fills in day by day.

Cooperative Bank of Oromia has 94,497 subscribers.

When it posts

Times in UTC. 14 posts in 90 days.

Recent posts

  1. Open post

    Sa’aatii hojiinis ta’e haala kamiinuu osoo hin daangeffamin, maallaqa keessan gara herrega keessaniitti, galchuuf yookiin herrega keessanirraa kaardiin ykn kaardii malee Kooppeey-Ebirrii’n baafachuu isin dandeessisee, tajaajila baankii guutuu kan isiniif kennu ATM’ii ammayyaawaa keenyatti dhimma bahaa. Guyyaa Boqonnaa Dansaa Qabaadhaa! በሥራ ሰዓትም ሆነ በማንኛውም ሁኔታ ፈጽሞ ሳይገደብ ገንዘብዎን ወደ ሂሳብዎ ለማስገባት ወይም ከሂሳብዎ በካርድ ወይም ያለካርድ በኮፔይ ኢ-ብር ወጪ ማድረግ አስችልዎት፣ ሙሉ የባንክ አግልግሎት የሚሰጥዎትን ዘመናዊ የኤ.ቲ.ኤም ማሽናችንን ይጠቀሙ። መልካም የእረፍት ቀን ይሁንልዎ! #Coopbank #ModernATM #24HourBanking #CoopayEbirr #weekendVibe #DigitalBanking #BankSmarterLiveBetter

    2,860 views 13 Reactions Photo
  2. Open post

    Gatii jijjiirraa fooyya’aa qofa miti, dhibbentaa 10 isiniif idaanee gammachuu keessan guutuu taasisna! የተሻለ የምንዛሪ ዋጋ ብቻ ሳይሆን 10 በመቶ ጉርሻ ጨምረን ደስታዎን ሙሉ እናደርጋለን! #Coopbank #BestExchangeRate #ExtraBonus #RemittanceRewards #MoreMoneyMoreJoy

    4,520 views 10 Reactions Photo
  3. Open post

    Carraa Keessan Kooppeey I-birriin! Lootorii dijitaalaa salphaamatti murachuuf Kooppeey I-birri filadhaa; Sekoondii muraasa keessatti kaffaladhaa. ዕድልዎን በኮፔይ ኢ-ብር! ዲጂታል ሎተሪን በቀላሉ ለመቁረጥ ኮፔይ ኢ-ብር ይምረጡ፤ በሰከንዶች ውስጥ ይክፈሉ። #Coopbank #CoopayEbirr #DigitalLottery #FastAndEasyPayments #BankSmarterLiveBetter

    5,470 views 12 Reactions Photo
  4. Open post

    Jumu’aa Mubaarak! Imala Hajjii bara Hijraa 1448ffaaf qophooftan taanaan, sharafa maallaqa alaa isin barbaachisuuf nu abdadhaa. Kaffaltii imalaas bakka buufataalee galmee 33 keessatti qopheessinetti, dameelee keenya hundatti, ykn Kooppeey I-birriin salphaatti raawwadhaa. Koopbaank Alhudaa, Shariika Keessan Haqaa! ጁሙዓ ሙባረክ! ለ1448ኛው የሒጅራ ዘመን የሐጅ ጉዞ በዝግጅት ላይ ከሆኑ፣ ለሚያስፈልግዎ የውጭ ምንዛሪ ይተማመኑብን። የጉዞ ክፍያዎንም በ33ቱ የምዝገባ ጣቢያዎች ባዘጋጀናቸው ስፍራዎች፣ በሁሉም ቅርንጫፎቻችን ወይም ካሉበት በኮፔይ ኢ-ብር በቀላሉ ይፈጽሙ። ኮፕባንክ አልሁዳ፣ እውነተኛ አጋርዎ! #Coopbank #CoopbankAlhuda #Hajj1448 #CoopayEbirr

    5,720 views 5 Reactions Photo
  5. Open post

    Gatii jijjiirraa fooyya’aa qofa miti, dhibbentaa 10 isiniif idaanee gammachuu keessan guutuu taasisna! የተሻለ የምንዛሪ ዋጋ ብቻ ሳይሆን 10 በመቶ ጉርሻ ጨምረን ደስታዎን ሙሉ እናደርጋለን! #Coopbank #BestExchangeRate #ExtraBonus #RemittanceRewards #MoreMoneyMoreJoy

    4,950 views 5 Reactions Photo
  6. Open post

    Nyaanni dhihaate osoo hin dhamdhamamin, maallaqni alaa karaa ‘CoopRemit’ ergame gatii jijjiirraa caalmaa qabuun isin dhaqqabee, gammachuu keessan dachaa taasisa. Ammayyuu karuma 'CoopRemit' haa ergamu! ማዕዱ ቀርቦ ሳይቀመስ፣ ከውጪ ሀገር በ‘CoopRemit’ በኩል የተላከ ገንዘብ ብልጫ ባለው የምንዛሪ ዋጋ ከተፍ ብሎ ደስታዎን እጥፍ ያደርገዋል። አሁንም በ‘CoopRemit’ ይላክ! #Coopbank #CoopRemit #InternationalMoneyTransfer #RemittanceServices #BestExchangeRates #MoreValueMoreHappiness #BankSmarterLiveBetter

    5,740 views 15 Reactions Photo
  7. Open post

    Tikkeettii balalii dadhabbii malee bakkuma jirtanii murachuuf, yookiinis, tikkeetticha erga murattanii tasa balaliin yoo hafe, bu'aabayii malee maallaqa kaffaltan deebifachuuf, Kooppeey I-birri qofti bilbila keessan irra haa jiraatu. Tajaajila daran ammayyoome Kooppeey I-birriin dhamdhamadhaa! የበረራ ትኬትዎን ያለምንም ድካም ለመቁረጥ ወይም ትኬቱን ከቆረጡ በኋላ ድንገት በረራው ከተሰረዘ የከፈሉትን ገንዘብ ያለምንም ውጣውረድ መልሰው ለማግኘት፣ ኮፔይ ኢ-ብር ብቻ በስልክዎ ላይ ይኑር። እጅግ በጣም የዘመነ አገልግሎት ኮፔይ ኢ-ብር ያጣጥሙ! #Coopbank #CoopayEbirr #FlightBooking #HassleFreeRefunds #DigitalPayments #BankSmarterLiveBetter

    6,500 views 9 Reactions Photo
  8. Open post

    Gatii jijjiirraa fooyya’aa qofa miti, dhibbentaa 10 isiniif idaanee gammachuu keessan guutuu taasisna! የተሻለ የምንዛሪ ዋጋ ብቻ ሳይሆን 10 በመቶ ጉርሻ ጨምረን ደስታዎን ሙሉ እናደርጋለን! #Coopbank #BestExchangeRate #ExtraBonus #RemittanceRewards #MoreMoneyMoreJoy

    5,370 views 4 Reactions Photo
  9. Open post

    Baankiin keenya, Hojjattoota Waldaalee Hojii Gamtaa 200f Leenjii ‘IFRS’ Kenne! Waldaaleen Hojii Gamtaa gabaasa faaynaansii, ulaagaa sadarkaa addunyaa eegu akka hojiirra oolfatan kan dandeessisu, leenjiin ‘IFRS’ (International Financial Reporting Standards) hojjattoota Yuuniyenoota fi Waldaalee 66 bakka bu’an 200f giddu galawwan 3 (Adaamaa, Amboo fi Shaashamannee)tti kennameera. Yuuniyenootaa fi Waldaalee Hojii Gamtaa tumsuun kan beekamu, baankiin keenya Baankiin Hojii Gamtaa Oromiyaa, gahumsa hojjattootni kun gama qabiinsa herregaa ammayyaawaan qaban guddisu, gabaasa faaynaansii iftoominaafi amansiisummaansaa mirkanaa’e qopheessuu fi to’annoo faaynaansii cimsuu kan kaayyeffatedha. Baankichi,...

    6,570 views 16 Reactions
  10. Open post
    Photo View in Telegram
    5,940 views

Questions about Cooperative Bank of Oromia

How many subscribers does Cooperative Bank of Oromia have?

Cooperative Bank of Oromia (@coopbankoromia) has 94,497 subscribers as of November 22, 2026.

Where does Cooperative Bank of Oromia rank?

By subscribers it is #2,621 worldwide.

Does Cooperative Bank of Oromia post ads?

None of its 14 posts in the last 30 days carried an ad label such as #ad or Sponsored. Unlabelled promotions can’t be detected.

Statistics updated 11 minutes ago.