Cooperative Bank of Oromia
Coopbank, a fast-growing bank in Ethiopia, is passionately committed to empowering communities and transforming lives. Rooted in our community, we deliver innovative services that meet customer needs helping you bank smarter and live better.
- 24 часа
- –
- 7 дней
- –
- 30 дней
- –
- Реакции
- 9
- Репосты
- –
- Комментарии
- –
Динамика подписчиков
Мы недавно начали отслеживать этот канал, график заполняется день за днём.
Подписчиков у канала «Cooperative Bank of Oromia»: 94 497.
Когда публикует
Время по UTC. 14 постов за 90 дней.
Последние посты
-
Sa’aatii hojiinis ta’e haala kamiinuu osoo hin daangeffamin, maallaqa keessan gara herrega keessaniitti, galchuuf yookiin herrega keessanirraa kaardiin ykn kaardii malee Kooppeey-Ebirrii’n baafachuu isin dandeessisee, tajaajila baankii guutuu kan isiniif kennu ATM’ii ammayyaawaa keenyatti dhimma bahaa. Guyyaa Boqonnaa Dansaa Qabaadhaa! በሥራ ሰዓትም ሆነ በማንኛውም ሁኔታ ፈጽሞ ሳይገደብ ገንዘብዎን ወደ ሂሳብዎ ለማስገባት ወይም ከሂሳብዎ በካርድ ወይም ያለካርድ በኮፔይ ኢ-ብር ወጪ ማድረግ አስችልዎት፣ ሙሉ የባንክ አግልግሎት የሚሰጥዎትን ዘመናዊ የኤ.ቲ.ኤም ማሽናችንን ይጠቀሙ። መልካም የእረፍት ቀን ይሁንልዎ! #Coopbank #ModernATM #24HourBanking #CoopayEbirr #weekendVibe #DigitalBanking #BankSmarterLiveBetter
-
Gatii jijjiirraa fooyya’aa qofa miti, dhibbentaa 10 isiniif idaanee gammachuu keessan guutuu taasisna! የተሻለ የምንዛሪ ዋጋ ብቻ ሳይሆን 10 በመቶ ጉርሻ ጨምረን ደስታዎን ሙሉ እናደርጋለን! #Coopbank #BestExchangeRate #ExtraBonus #RemittanceRewards #MoreMoneyMoreJoy
-
Carraa Keessan Kooppeey I-birriin! Lootorii dijitaalaa salphaamatti murachuuf Kooppeey I-birri filadhaa; Sekoondii muraasa keessatti kaffaladhaa. ዕድልዎን በኮፔይ ኢ-ብር! ዲጂታል ሎተሪን በቀላሉ ለመቁረጥ ኮፔይ ኢ-ብር ይምረጡ፤ በሰከንዶች ውስጥ ይክፈሉ። #Coopbank #CoopayEbirr #DigitalLottery #FastAndEasyPayments #BankSmarterLiveBetter
-
Jumu’aa Mubaarak! Imala Hajjii bara Hijraa 1448ffaaf qophooftan taanaan, sharafa maallaqa alaa isin barbaachisuuf nu abdadhaa. Kaffaltii imalaas bakka buufataalee galmee 33 keessatti qopheessinetti, dameelee keenya hundatti, ykn Kooppeey I-birriin salphaatti raawwadhaa. Koopbaank Alhudaa, Shariika Keessan Haqaa! ጁሙዓ ሙባረክ! ለ1448ኛው የሒጅራ ዘመን የሐጅ ጉዞ በዝግጅት ላይ ከሆኑ፣ ለሚያስፈልግዎ የውጭ ምንዛሪ ይተማመኑብን። የጉዞ ክፍያዎንም በ33ቱ የምዝገባ ጣቢያዎች ባዘጋጀናቸው ስፍራዎች፣ በሁሉም ቅርንጫፎቻችን ወይም ካሉበት በኮፔይ ኢ-ብር በቀላሉ ይፈጽሙ። ኮፕባንክ አልሁዳ፣ እውነተኛ አጋርዎ! #Coopbank #CoopbankAlhuda #Hajj1448 #CoopayEbirr

Nyaanni dhihaate osoo hin dhamdhamamin, maallaqni alaa karaa ‘CoopRemit’ ergame gatii jijjiirraa caalmaa qabuun isin dhaqqabee, gammachuu keessan dachaa taasisa. Ammayyuu karuma 'CoopRemit' haa ergamu! ማዕዱ ቀርቦ ሳይቀመስ፣ ከውጪ ሀገር በ‘CoopRemit’ በኩል የተላከ ገንዘብ ብልጫ ባለው የምንዛሪ ዋጋ ከተፍ ብሎ ደስታዎን እጥፍ ያደርገዋል። አሁንም በ‘CoopRemit’ ይላክ! #Coopbank #CoopRemit #InternationalMoneyTransfer #RemittanceServices #BestExchangeRates #MoreValueMoreHappiness #BankSmarterLiveBetter
-
Tikkeettii balalii dadhabbii malee bakkuma jirtanii murachuuf, yookiinis, tikkeetticha erga murattanii tasa balaliin yoo hafe, bu'aabayii malee maallaqa kaffaltan deebifachuuf, Kooppeey I-birri qofti bilbila keessan irra haa jiraatu. Tajaajila daran ammayyoome Kooppeey I-birriin dhamdhamadhaa! የበረራ ትኬትዎን ያለምንም ድካም ለመቁረጥ ወይም ትኬቱን ከቆረጡ በኋላ ድንገት በረራው ከተሰረዘ የከፈሉትን ገንዘብ ያለምንም ውጣውረድ መልሰው ለማግኘት፣ ኮፔይ ኢ-ብር ብቻ በስልክዎ ላይ ይኑር። እጅግ በጣም የዘመነ አገልግሎት ኮፔይ ኢ-ብር ያጣጥሙ! #Coopbank #CoopayEbirr #FlightBooking #HassleFreeRefunds #DigitalPayments #BankSmarterLiveBetter

Baankiin keenya, Hojjattoota Waldaalee Hojii Gamtaa 200f Leenjii ‘IFRS’ Kenne! Waldaaleen Hojii Gamtaa gabaasa faaynaansii, ulaagaa sadarkaa addunyaa eegu akka hojiirra oolfatan kan dandeessisu, leenjiin ‘IFRS’ (International Financial Reporting Standards) hojjattoota Yuuniyenoota fi Waldaalee 66 bakka bu’an 200f giddu galawwan 3 (Adaamaa, Amboo fi Shaashamannee)tti kennameera. Yuuniyenootaa fi Waldaalee Hojii Gamtaa tumsuun kan beekamu, baankiin keenya Baankiin Hojii Gamtaa Oromiyaa, gahumsa hojjattootni kun gama qabiinsa herregaa ammayyaawaan qaban guddisu, gabaasa faaynaansii iftoominaafi amansiisummaansaa mirkanaa’e qopheessuu fi to’annoo faaynaansii cimsuu kan kaayyeffatedha. Baankichi,...
6 570 просмотров 16 Реакции -
Фото
Смотреть в Telegram
5 940 просмотров

Fayyadamtootni Liqii Dijitaalawaa Michuu Baga Gammaddan! Maamltootni Michuu, koodii riifaraalaa keessan maamiltoota tajaajilichaaf haaraa ta’aniif qooddanii Michuutti oggaa michoomsitan, qabxii walitti qabamee badhaasa maallaqaa isiif kennisiisu argattu. Kunis, maamiltootni haaraan kun yeroo tajaajila liqii argatan irraa eegalee kan isiniif lakkaa’amuu eegalu yoo ta’u, qabxii walitti qabattan qarshiitti jijjiirrachuun, kallatumaan gara herrega baankii keessanitti galfachuu isin dandeessisa. Maamilootni Michuu ulaagaa kana guuttan, akaakuuwwan liqichaa sadanuu (Michuu Wabii, Michuu Guyyaa, Michuu KIyyaa) maamiltoota haaraaf qoodaa; kennaa maallaqaa argadhaa! Warreen qooduuf ulaagaa hin gu...
5 750 просмотров 20 Реакции -
Nyaanni dhihaate osoo hin dhamdhamamin, maallaqni alaa karaa ‘CoopRemit’ ergame gatii jijjiirraa caalmaa qabuun isin dhaqqabee, gammachuu keessan dachaa taasisa. Ammayyuu karuma 'CoopRemit' haa ergamu! ማዕዱ ቀርቦ ሳይቀመስ፣ ከውጪ ሀገር በ‘CoopRemit’ በኩል የተላከ ገንዘብ ብልጫ ባለው የምንዛሪ ዋጋ ከተፍ ብሎ ደስታዎን እጥፍ ያደርገዋል። አሁንም በ‘CoopRemit’ ይላክ! #Coopbank #CoopRemit #InternationalMoneyTransfer #RemittanceServices #BestExchangeRates #MoreValueMoreHappiness #BankSmarterLiveBetter
-
Jumu’aa Mubaarak! Imala Hajjii bara Hijraa 1448ffaaf qophooftan taanaan, sharafa maallaqa alaa isin barbaachisuuf nu abdadhaa. Kaffaltii imalaas bakka buufataalee galmee 33 keessatti qopheessinetti, dameelee keenya hundatti, ykn Kooppeey I-birriin salphaatti raawwadhaa. Koopbaank Alhudaa, Shariika Keessan Haqaa! ጁሙዓ ሙባረክ! ለ1448ኛው የሒጅራ ዘመን የሐጅ ጉዞ በዝግጅት ላይ ከሆኑ፣ ለሚያስፈልግዎ የውጭ ምንዛሪ ይተማመኑብን። የጉዞ ክፍያዎንም በ33ቱ የምዝገባ ጣቢያዎች ባዘጋጀናቸው ስፍራዎች፣ በሁሉም ቅርንጫፎቻችን ወይም ካሉበት በኮፔይ ኢ-ብር በቀላሉ ይፈጽሙ። ኮፕባንክ አልሁዳ፣ እውነተኛ አጋርዎ! #Coopbank #CoopbankAlhuda #Hajj1448 #CoopayEbirr
-
Фото
Смотреть в Telegram
5 590 просмотров 3 Реакции
-
Carraa Keessan Kooppeey I-birriin! Lootorii dijitaalaa salphaamatti murachuuf Kooppeey I-birri filadhaa; Sekoondii muraasa keessatti kaffaladhaa. ዕድልዎን በኮፔይ ኢ-ብር! ዲጂታል ሎተሪን በቀላሉ ለመቁረጥ ኮፔይ ኢ-ብር ይምረጡ፤ በሰከንዶች ውስጥ ይክፈሉ። #Coopbank #CoopayEbirr #DigitalLottery #FastAndEasyPayments #BankSmarterLiveBetter
-
Karaalee ‘WhatsApp’, ‘Telegram’, ‘Facebook’, ‘Email’, ‘SMS’ akkasumas bilbilaan maallaqa akka ergitan gaaffii isiniif dhiyaatuuf, osoo hin mirkaneeffatin hin erginaa. Jecha darbii, koodii ‘PIN’ fi ‘OTP’ keessan gonkumaa namoota biroof hin qoodinaa. Ergaan shakkisiisaan akkanaa yoo isin dhaqqabe, bilbiloota giddugala tajaajila maamiltootaa keenya '609' ykn +251116163880 fi +251116162711 irratti nuuf bilbilaa. በ‘WhatsApp’፣ ‘Telegram’፣ ‘Facebook’፣ ‘Email’፣ ‘SMS’ ወይም በስልክ ጥሪ፣ ገንዘብ እንዲልኩ የሚቀርብልዎትን ጥያቄ ሳያረጋግጡ ገንዘብ አያስተላልፉ። የይለፍ ቃልዎን ፣ ‘PIN’ እና ‘OTP’ ኮድዎን ለማንም አያጋሩ። መሠል አጠራጣሪ መልዕክት ከደረሰዎ፣ በደንበኞች አገልግሎት ማዕከል ስልክ መስመሮቻችን '609' ወይም +251116163880 እና +251116162711 ይደውሉልን። #Coopbank #FraudAwarness #Dig...
Вопросы о канале «Cooperative Bank of Oromia»
Сколько подписчиков у канала «Cooperative Bank of Oromia»?
У канала «Cooperative Bank of Oromia» (@coopbankoromia) 94 497 подписчиков на 22 ноября 2026 г.
Какое место занимает канал «Cooperative Bank of Oromia»?
По числу подписчиков: №2 621 в мире.
Публикует ли канал «Cooperative Bank of Oromia» рекламу?
За последние 30 дней ни один из 14 постов не помечен как реклама (#ad, Sponsored, «Реклама»). Рекламу без пометки определить нельзя.
Статистика обновлена 21 минуту назад.