Dr.Bultoosaa Hirkoo
We Shall Make Oromia Flood of Genius Students who score high grades in National Exams. #2019 E.C! #Join_Now #Share #New_Leader
- 24 hours
- โ
- 7 days
- โ
- 30 days
- โ
- Reactions
- 18
- Reposts
- โ
- Comments
- โ
Subscriber growth
We started tracking this channel recently; the chart fills in day by day.
Dr.Bultoosaa Hirkoo has 8,597 subscribers.
Views as a post ages
Average views at each age, posts of the last 30 days.
- 7 days
- 13.9K
When it posts
Times in UTC. 9 posts in 90 days.
Recent posts
-
449 views 3 Reactions
-
1,230 views 18 Reactions
-
2,230 views 13 Reactions
-
Kitaabileen Barataa Bu'uura Boruufi Sad. 1ffaa Maxxansarra Turan Miiliyoona 16.3 Ol Ta'an Gara Aanaaleetti Raabsaman. ----------------------- BBO - Sadaasa 11/2019 Biiroon Barnootaa Oromiyaa kitaabilee barataa biyya alaatti maxxanfamaa turan miiliyoona 16.3 ol ta'an hatattamaan barattoota harka akka gahan raabsaa raabsaa kan jiru ta'uun beekameera. Kitaabilee raabsamaa jiran ilaalchisee yaada kan keennan hogganaa I/A Biiroo Barnootaa Oromiyaa obbo Galatoo Tukee kitaabileen gara aanaalee hatattamaan raabsamaa jiran kunniin rakkoo hanqina kitaaba barataatiin walqabatee uumamaa ture sadarkaa olaanaan kan furu ta'uu ibsuun, qulqullina barnootaa mirkaneessuufi bu'aa barachuu barattootaa f...
-
Godina Baha Oromiyaatti Raawwiin Hojii Misooma Barnootaa Ji'a Afurii Gamaaggamamaa Jira. BBO - Sadaasa 09/2019 Godina Baha Oromiyaatti Raawwiin hojii misooma barnootaa ji'a afurii (Adoolessaa - Sadaasaa ) bara 2019 Magaalaa Cirootti Gamaaggamamaa jiraachuu odeeffannoo Waajjira Barnootaa Godinichaa iirraa nu dhaqqaberraa hubachuun danda'amee jira Hojii misooma barnootaa Godina Baha Oromiyaa ji'oota darbanii karooraafi raawwii waajjiraaleen barnootaa aanaalee godinichaa sadarkaa irra jiru jala jalaa madaalaa adeemuufi hanqinaalee uumaman yeroon sirreessuuf magaalaa Cirootti sirni gamaaggama raawwii hojii gaggeeffamaa jiru irratti haasawa baniinsaa kan taasisan Hogganaa I/A Waajjira Bar...
-
2,130 views 22 Reactions
-
2,310 views 14 Reactions
-
Photo
View in Telegram
23.2K views
-
#Adeemsa_Seensa_Pilaatfoormii_DOW_ykn_CPD โ Pilaatfoormii kana seenuun fayyadamuuf adeemsa armaan gadii kana hordofuu dandeessu. 1. Jalqaba 'browser' 'Google Chrome' jedhamu banaa 2. Itti aansuun liinkii 'https://cpd.oeb.gov.et' jedhu kana browser irratti galchuudha. 3. Erga iddoon Username fi Password gaafatu isiniif dhufeen booda, 4. Iddoo Username jedhu sanatti - Username 'Teacher Management Information System' gaafa iyyannoo jijjirraaf isiniif kennamee ture itti galchaa. 5. Iddoo Password jedhu sanatti - cpd@2026 galchuun 'sign In' jechuun seentu jechuudha.
27.9K views 23 Reactions

27.9K views 23 Reactions -
Photo
View in Telegram
23.2K views
-
Godina Baha Oromiyaatti Raawwiin Hojii Misooma Barnootaa Ji'a Afurii Gamaaggamamaa Jira. BBO - Sadaasa 09/2019 Godina Baha Oromiyaatti Raawwiin hojii misooma barnootaa ji'a afurii (Adoolessaa - Sadaasaa ) bara 2019 Magaalaa Cirootti Gamaaggamamaa jiraachuu odeeffannoo Waajjira Barnootaa Godinichaa iirraa nu dhaqqaberraa hubachuun danda'amee jira Hojii misooma barnootaa Godina Baha Oromiyaa ji'oota darbanii karooraafi raawwii waajjiraaleen barnootaa aanaalee godinichaa sadarkaa irra jiru jala jalaa madaalaa adeemuufi hanqinaalee uumaman yeroon sirreessuuf magaalaa Cirootti sirni gamaaggama raawwii hojii gaggeeffamaa jiru irratti haasawa baniinsaa kan taasisan Hogganaa I/A Waajjira Bar...
-
Kitaabileen Barataa Bu'uura Boruufi Sad. 1ffaa Maxxansarra Turan Miiliyoona 16.3 Ol Ta'an Gara Aanaaleetti Raabsaman. ----------------------- BBO - Sadaasa 11/2019 Biiroon Barnootaa Oromiyaa kitaabilee barataa biyya alaatti maxxanfamaa turan miiliyoona 16.3 ol ta'an hatattamaan barattoota harka akka gahan raabsaa raabsaa kan jiru ta'uun beekameera. Kitaabilee raabsamaa jiran ilaalchisee yaada kan keennan hogganaa I/A Biiroo Barnootaa Oromiyaa obbo Galatoo Tukee kitaabileen gara aanaalee hatattamaan raabsamaa jiran kunniin rakkoo hanqina kitaaba barataatiin walqabatee uumamaa ture sadarkaa olaanaan kan furu ta'uu ibsuun, qulqullina barnootaa mirkaneessuufi bu'aa barachuu barattootaa f...
-
2,310 views 14 Reactions
-
2,230 views 13 Reactions
-
2,130 views 22 Reactions
-
1,230 views 18 Reactions
-
449 views 3 Reactions
Questions about Dr.Bultoosaa Hirkoo
How many subscribers does Dr.Bultoosaa Hirkoo have?
Dr.Bultoosaa Hirkoo (@oromiaeducationbureaucenter) has 8,597 subscribers as of November 25, 2026.
What is Dr.Bultoosaa Hirkoo about?
It is listed in Education, and posts mostly in Oromo. The channel describes itself as: โWe Shall Make Oromia Flood of Genius Students who score high grades in National Exams. #2019 E.C! #Join_Now #Share #New_Leaderโ
Where does Dr.Bultoosaa Hirkoo rank?
By subscribers it is #621 in Education, #257 in ๐ช๐น Ethiopia, #36 among Oromo channels, #12,642 worldwide.
Does Dr.Bultoosaa Hirkoo post ads?
None of its 9 posts in the last 30 days carried an ad label such as #ad or Sponsored. Unlabelled promotions canโt be detected.
Statistics updated 2 hours ago.