MINISTRY OF EDUCATION (MOE)
#Grade12 #EEUE #Result #Kutaa12ffaa #BBO #Enteranceexam
- 24 hours
- +52
- 7 days
- โ
- 30 days
- โ
- Reactions
- 12
- Reposts
- โ
- Comments
- โ
Subscriber growth
We started tracking this channel recently; the chart fills in day by day.
MINISTRY OF EDUCATION (MOE) has 53,275 subscribers.
Views as a post ages
Average views at each age, posts of the last 30 days.
- 7 days
- 867
When it posts
Times in UTC. 18 posts in 90 days.
Recent posts
-
Taphoota Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaa amma taphatamaa jiran hundaa kara vedio ilaaluuf bakka jpin jedhuu tuqa seenaa aritiin ๐๐๐๐
-
Gooooooooooooooooooooollll ๐ฅ๐ฅ๐ฅ Taphaa amma Arsenaal fi Dortmund taphachaa jiran Kallattiin ilaaluf bakka live jedhuu tuqa seenaa aritiin ๐๐๐
-
Photo
View in Telegram
309 views 14 Reactions
-
Kitaabileen Barataa Bu'uura Boruufi Sad. 1ffaa Maxxansarra Turan Miiliyoona 16.3 Ol Ta'an Gara Aanaaleetti Raabsaman. ----------------------- BBO - Sadaasa 11/2019 Biiroon Barnootaa Oromiyaa kitaabilee barataa biyya alaatti maxxanfamaa turan miiliyoona 16.3 ol ta'an hatattamaan barattoota harka akka gahan raabsaa raabsaa kan jiru ta'uun beekameera. Kitaabilee raabsamaa jiran ilaalchisee yaada kan keennan hogganaa I/A Biiroo Barnootaa Oromiyaa obbo Galatoo Tukee kitaabileen gara aanaalee hatattamaan raabsamaa jiran kunniin rakkoo hanqina kitaaba barataatiin walqabatee uumamaa ture sadarkaa olaanaan kan furu ta'uu ibsuun, qulqullina barnootaa mirkaneessuufi bu'aa barachuu barattootaa f...
357 views 11 Reactions -
Baratoonnii fii Maatiin Barattoota Baga Gammaddan !!!๐ฑ๐ฑ๐ฑ Mana keessan teessanii barachuuf akkasuma odeeffannoo barnootaa argachuuf YOU TUBE kana gad jiru filachuun itii gargaaramaa !!!
458 views 12 Reactions -
#Waamicha #Sagantaa_Reemeediyaalii #Yuunivarsiitii_Waachamoo Waamicha Barattoota Sagantaa Reemeediyaalii Yuunivarsiitii Waachamoo Barattoota bara barnootaa 2019 sagantaa Fooyya'iinsaa (Remedial Program) gara Yuunivarsiitii Waachamootti ramadamtaniif, guyyaan galmee Sadaasa 24 fi 25 bara 2019 A.L.I ta'uu Yuunivarsiitichi beeksiseera. Iddoo Galmee (Kaampaasii): โข Maqaan keessan qubee A โ M jalqabu yoo ta'e: Kaampaasii Guddaa (Main Campus - Hoosaa'inaa) โข Maqaan keessan qubee N โ Z jalqabu yoo ta'e: Kaampaasii Duraamee (Durame Campus - Duraamee) Yeroo galmeef deemtan wantoota qabachuu qabdan: โ Sartafikeettii kutaa 8ffaa fi 12ffaa orijinaala fi kooppii โ Tiraaniskiriiptii kutaa 9โ12ffaa...
-
#Waamicha #Sagantaa_Reemeediyaalii #Yuunivarsiitii_Baahir_Daar Waamicha Barattoota Haaraa Sagantaa Reemeediyaalii Yuunivarsiitii Baahir Daar Barattoota bara barnootaa 2019 Ministeera Barnootaatiin sagantaa Reemeediyaalii (Remedial Program) gara Yuunivarsiitii Baahir Daaritti ramadamtaniif, guyyaan galmee Sadaasa 21 hanga 22 bara 2019 A.L.I ta'uu Yuunivarsiitichi beeksiseera. Iddoo Galmee (Kaampaasii): โข Barattoota Saayinsii Hawaasaatiif: Kaampaasii Salaam (Selam Campus) โข Barattoota Saayinsii Uumamaatiif: Kaampaasii Zanzalmaa (Zenzelma Campus) Yeroo galmeef deemtan wantoota qabachuu qabdan: โ Uffata qorraa (birdilibsii), ansoolaa, uffata boraatii fi hidhannoo ispoortii โ Kaardii kut...
-
#OdaAcademy Irraa Oduu. Aagaa !!! #Barattoonni Sadarkaa Olaanoo fii Sadร rkaa 2ffaa #Gosa Barnootaa ykn #Course barattan akka qayyabanaaf siniif mijatutti #Course barbaaddan hundumaa #AfaanOromoo fi Ingilizii wal bira qabuun Karaa #barsiisoota muuxannoo qabanii #PPT qayyabannaaf ta'u siniif qopheessina jedhu ! ๐ฅKaffaltii baayyee xiqqaadhaan Egeree milkaa'ina keessanii mijeeffadhaa ! ๐ฅ#Chapter 1 Qarshii 30 qofaa. ๐ฑ ๐ karaa #Telegram kanaa gadi Quunnamuu dandeessu ! ๐๐๐ @Atnbsm @Abdi_Zed Toora lakkoofsa bilbilaa๐๐ #EthioTelecom 0941044384 #Safaricom 0917134812 Akkasumas Oda_Academy Subscribe godhaa!๐๐ https://www.youtube.com/@AZYouTu
-
#Beeksisa_Qaacarrii Dhaabbanni Daandii Xiyyaara Itiyoopiyaa beeksisa qaacarrii baasanii waan jiraniif warri fedhii qabdan dorgoomuu dandeessu! Carraa guddaa kana of hin dabarsinaa ! Odeeffannoo dabalataaf๐ ๐Youtube ๐๐ https://www.youtube.com/@AZYouTu
-
Beeksisa Gita Hojii Banaa kana irratti fedhaafi ulaagaa guutuu namootni qabdan Harmony College wajjin hidhata hojii walii taโuuf carraa gaariin kunooti! Barnootaawwan sadarkaa dippiloomaa (Diploma Level Courses) 1. Pharmacy โ 2. IT (HNS & Web development) 3. Marketing & sales management 4. Cooperative Accounting Leenjii gaggabaaboo(Short Term Trainings) โ1. Photography and Videography ๐ฅ๐ธ โ2. Theatrical Art and Filmmaking ๐ญ๐ฌ โ3. Music Instruments and Vocal ๐น๐ค โ4. Cubase ๐๐ถ โ5. Graphic Design ๐จ๐ โ6. Digital Marketing ๐ฑ๐ข โ7. Journalism ๐ฐ๐ค โ8. IT ๐ป๐ โ9. Languages ๐๐ฃ Teessoon: Shaggar; Bulchiinsa Magaalaa Buraayyuu Fuula Dura โ Harmony Dhaabbata Labataa ใ๐Youtube ๐๐ htt...
-
Onkoloolessa_30_2019(WBGKLO) =====** Godina Kibba Lixa Oromiyaa #Aanaa #Hurrumuutti ijaarsi inisheetivii Mana Barumsaa Bu'uura Boruu karaa istaandaardii isaa eeggateen ijaaramaa ture sadarkaa xumuraa irra gahuun tajaajilaaf qaqabee jira. ๐Youtube ๐๐ https://www.youtube.com/@AZYouTu ๐Telegram ๐๐๐ https://t.me/Fact24area
-
## Ulaagaalee Qormaata Ba'umsaa (Exit Exam) fudhachuuf galmaa'uu dandeessisan - Barattoonni sagantaalee barnootaa beekamtii (Accreditation) qaban keessatti barnoota isaanii xumuran. - Barattoonni karaa barnootaa hayyamameen barnoota isaanii hordofanii xumuran. - Barattoonni waggaa dhumaa irra jiran kanneen koorsii barnootaa isaan irraa eegamu hunda xumuran. - Barattoonni duraan qormaata ba'umsaa fudhatanii irra deebi'anii qormaata kanaaf taa'an. - Barattoonni ulaagaalee guutan yeroo galmee murtaa'e keessatti kaffaltii galmee qormaataa kaffaluu qabu. - Barattoonni galmaa'an qormaata kana fudhachuuf ulaagaa guutuu isaanii Tajaajila Madaallii Barnootaa fi Qormaataatiin mirkanaa'uu qaba....
-
#Update #Exit_Exam #ExitExam Qormaata Bahumsaa fudhachuuf galmee taasisuuf ulaagaalee barbaachisan; โ Gosoota Barnootaa ykn department beekamtii qabaniin barnoota isaanii kan xumuran โ Sagantaalee kenniinsa barnoota eeyyamamaniin barnoota isaanii hordofanii kan xumuran. โ Barattoota waggaa xumuraa kan ta'aan ammoo koorsiiwwan barnootaa isaan irraa eegaman hunda kan xumuran. Barattoota qormaata bahumsaa ykn Exit Exam irra deebiin fudhataniif; โ Barattoonni kanaaf gahaa ta'aan yeroo galmee ka'aameef keessatti galmee raawwachuu qabu. โ Barattoonni qormaata kana fudhachuuf galma'aan qormaataaf gahaa ta'uun isaanii Tajaajila Madaallii Barnootaa fi Qormaataatiin mirkanaa'uu qaba. โ Odeeff...
-
#Yuunivarsiitii Wollo Barattoonni Riimediyaalii bara 2019 A.L.I. Yuunivarsiitii Wollootti ramadamtan, guyyaan seensa keessanii Sadaasa 21 fi 22 bara 2019 A.L.I. ta'uu isaa yuunivarsiitichi beeksiseera. Yeroo gara yuunivarsiitichaa deemtu wantoota armaan gadii qabattanii deemuun isin irraa eegama: * Waraqaa ragaa kutaa 12ffaa. * Waraqaa ragaa kutaa 8ffaa. * Tiraanskiriiptii kutaa 9ffaa hanga 12ffaa (isa jalqabaa fi kooppii isaa). * Suuraa paaspoortii safartuu 3ร4 ta'e afur (4). * Eenyummaa dijitaalaa (Digital ID). * Uffata siree kanneen akka: * Uffata haguuggii siree (Blanket). * Siraara (Bedsheet). * Uffata boraatii (Pillowcase). ๐Youtube ๐๐ https://www.youtube.com/...
-
## #Yuunivarsiitii\_MizanTepi Yuunivarsiitiin Mizan-Tepi barattoota haaraa bara 2019 A.L.I. sagantaa Riimidiyaaliitiif ramadaman, guyyaan galmee isaanii Sadaasa 21 fi 22/2019 A.L.I. ta'uu beeksiseera. ### 1. Bakka galmee - Barattoonni damee Saayinsii Hawaasaa baratan magaalaa Mizan-Aman keessatti, mooraa guddaa yuunivarsiitichaatti galmaa'u. - Barattoonni damee Saayinsii Uumamaa baratan magaalaa Tepi keessatti, mooraa Yuunivarsiitii Mizan-Tepi kan Tepiitti argamuutti galmaa'u. ### 2. Waraqaa fi meeshaalee qabatanii deemuu qaban Barattoonni yeroo galmeef deeman wantoota armaan gadii qabatanii deemuu qabu: 1. Ragaa barnoota kutaa 12ffaa (Sertifiketii) isa jalqabaa fi garagalcha isaa 3. 2...
-
#Waamicha #Sagantaa_Reemeediyaalii #Yuunivarsiitii_Baahir_Daar Waamicha Barattoota Haaraa Sagantaa Reemeediyaalii Yuunivarsiitii Baahir Daar Barattoota bara barnootaa 2019 Ministeera Barnootaatiin sagantaa Reemeediyaalii (Remedial Program) gara Yuunivarsiitii Baahir Daaritti ramadamtaniif, guyyaan galmee Sadaasa 21 hanga 22 bara 2019 A.L.I ta'uu Yuunivarsiitichi beeksiseera. Iddoo Galmee (Kaampaasii): โข Barattoota Saayinsii Hawaasaatiif: Kaampaasii Salaam (Selam Campus) โข Barattoota Saayinsii Uumamaatiif: Kaampaasii Zanzalmaa (Zenzelma Campus) Yeroo galmeef deemtan wantoota qabachuu qabdan: โ Uffata qorraa (birdilibsii), ansoolaa, uffata boraatii fi hidhannoo ispoortii โ Kaardii kut...
-
#Barnoota Freshman Hundumaa Karaa #YouTube Oda_Academy Baradhaa !!
-
### #DebarkUniversity โ Beeksisa Yuunivarsiitii Dabraaq Barattoonni bara 2019 A.L.I. sagantaa Riimediyaal (Remedial Program) jalatti Yuunivarsiitii Dabraaqitti ramadamtan, guyyaan galmee keessanii Sadaasa 14 fi 15 bara 2019 A.L.I. ta'uu isaa yuunivarsiitichi beeksiseera. ### Wanta galmee irratti barbaachisu * Waraqaa ragaa kutaa 12ffaa (12th Grade Certificate) โ isa jalqabaa fi kooppii isaa. * Waraqaa ragaa kutaa 8ffaa (8th Grade Certificate). * Tiraanskiriiptii kutaa 9ffaa hanga 12ffaa (Grade 9โ12 Transcript) โ isa jalqabaa fi kooppii isaa. * Suuraa paaspoortii safartuu paaspoortii ta'e 4. * Waraqaa eenyummaa Faayidaa (Fayda ID). * Lakkoofsa Eenyummaa Kaffalaa Gibiraa (TIN). * Mees...
-
#OdaAcademy Irraa Oduu. Aagaa !!! #Barattoonni Sadarkaa Olaanoo fii Sadร rkaa 2ffaa #Gosa Barnootaa ykn #Course barattan akka qayyabanaaf siniif mijatutti #Course barbaaddan hundumaa #AfaanOromoo fi Ingilizii wal bira qabuun Karaa #barsiisoota muuxannoo qabanii #PPT qayyabannaaf ta'u siniif qopheessina jedhu ! ๐ฅKaffaltii baayyee xiqqaadhaan Egeree milkaa'ina keessanii mijeeffadhaa ! ๐ฅ#Chapter 1 Qarshii 30 qofaa. ๐ฑ ๐ karaa #Telegram kanaa gadi Quunnamuu dandeessu ! ๐๐๐ @Atnbsm @Abdi_Zed Toora lakkoofsa bilbilaa๐๐ #EthioTelecom 0941044384 #Safaricom 0917134812 Akkasumas Oda_Academy Subscribe godhaa!๐๐ https://www.youtube.com/@AZYouTu
-
# Yuunivarsiitii Jigjiga Yuunivarsiitiin Jigjiga barattoota haaraa bara 2019 A.L.I. sagantaa Riimidiyaaliif ramadaman, guyyaan galmee isaanii Sadaasa 14 fi 15/2019 A.L.I. ta'uu beeksiseera. Akkasumas: - Galmee barattootaa: Sadaasa 14 fi 15/2019. - Ibsa waliigalaa: Sadaasa 16โ18/2019. - Leenjii dandeettii jireenyaa fi dijitaalaa: Sadaasa 16โ18/2019. - Galmee adabbii (Late Registration): Sadaasa 21/2019. - Barnoonni kan jalqabu: Sadaasa 21/2019. Hubachiisa: Barattoonni haaraan yeroo jedhame keessatti galmee isaanii xumuruun barbaachisaadha. ๐Youtube ๐๐ https://www.youtube.com/@AZYouTu
Questions about MINISTRY OF EDUCATION (MOE)
How many subscribers does MINISTRY OF EDUCATION (MOE) have?
MINISTRY OF EDUCATION (MOE) (@Fact24area) has 53,275 subscribers as of November 25, 2026.
What is MINISTRY OF EDUCATION (MOE) about?
It is listed in Education, and posts mostly in Oromo. The channel describes itself as: โ#Grade12 #EEUE #Result #Kutaa12ffaa #BBO #Enteranceexamโ
Where does MINISTRY OF EDUCATION (MOE) rank?
By subscribers it is #164 in Education, #121 in ๐ช๐น Ethiopia, #16 among Oromo channels, #4,702 worldwide.
Does MINISTRY OF EDUCATION (MOE) post ads?
None of its 18 posts in the last 30 days carried an ad label such as #ad or Sponsored. Unlabelled promotions canโt be detected.
Statistics updated 2 hours ago.