Skip to content
TelegramInformer
Open in Telegram
Subscribers
29,350
24 hours
+18
7 days
–
30 days
–
Average post reach
1,620
Views of a post after 24 hours
Engagement rate
5.5%
Reach ÷ subscribers (ERR)
Posts per day
6.2
Average over 30 days
Mentions
0
By other channels, last 90 days
Interaction rate (ER)
0%
Reactions ÷ views, 30 days
Per post, on average
Reactions
0
Reposts
–
Comments
–
Citation index
–
Not cited by other channels in 30 days
Ad posts
0%
0 of 33 posts in 30 days marked as ads

Subscriber growth

Addis Standard Afaan Oromoo has 29,350 subscribers. A typical post is seen by about 1,620 people within a day, an engagement rate of 5.5%.

Daily numbers, last 30 days
Date Subscribers Change Posts Avg. post views
25 Nov 29,350 +19 3 396
24 Nov 29,331 – 10 1,416

Views as a post ages

Average views at each age, posts of the last 30 days.

3 h
784
6 h
1,135
12 h
1,373
24 h
1,607
48 h
1,853
3 days
2,228

When it posts

Times in UTC. 33 posts in 90 days.

Recent posts

  1. Open post

    Aaf-Yaa’iin Paarlamaa #Somaaliyaa Itoophiyaa dabalatee biyyoota ollaa Al-Shabaab waliin hojjechuun himatan Finfinnee, Sadaasa 25, 2026: Aaf-Yaa'iin Paarlamaa Somaaliyaa Itoophiyaa, Keeniyaa fi Ugaandaa garee hidhattoota Al-Shabaab waliin hojjechuun himatan. Aaf-Yaa'ichi Israa'el biyyoota loltoota Gamtaa Afrikaaf gumaacahn (AU), hidhattootaa fi humnoota duraan hoogganaa naannoo turaniif amanamoo ta'an mootummaa federaalaa irratti adda tokko jalatti walitti qabaa jirti jechuunis himataniiru. Akka gabaasa Somaalii Gaardiyaanitti, Af-Yaa'ii Abdiqaadir Mahaammad Nuur haasaa cimaa taasisaniin, humnoonni alaa maqaan isaanii hin dhahamne Somaaliyaa qabachuuf yaalaa jiraachuu ibsuun, lammiileen Som...

    214 views Photo
  2. Open post

    #Itoophiyaa fi #UAE marii siyaasaa marsaa lammaffaa gaggeessuun, tumsa diinagdee fi nageenyaa babal’isuu irratti mari’atan Finfinnee, Sadaasa 25, 2026: Itoophiyaa fi Yunaayitid Arab Emireetis (UAE) marii siyaasaa marsaa lammaffaa Finfinneetti gaggeessuun, walta’iinsa biyyoota lamaanii daldala, investimentii, anniisaa, loojistikii, nageenyaa fi dameewwan tarsiimoo biroo irratti babal’isuun haala danda’amu irratti mari’ataniiru. Marii Sadaasa 23–24 gaggeeffame kana Ministir Deetaan Dhimma Siyaasaa fi Dippilomaasii Diinagdee Itoophiyaa Ambaasaaddar Haderaa Abarraa fi Ministir Deetaan Ministeera Dhimma Alaa UAE Sheek Shaakibuut biin Nahiyaan Al Nahiyaan waliin ta’uun dursaniru. Cuqaasi 👇🏾...

    380 views Photo
  3. Open post

    #Somaaliyaan loltootaafi ajajdooota dabalatee hidhattoota #Al_Shabaab 285 ajjeesuu ishee beeksiste Finfinnee, Sadaasa 25, 2026: Mootummaan Somaaliyaa, humnoonni waraanaa isaa duula hidhattoota garee Al-Shabaab irratti gaggeessaa jiran cimsuun itti fufaniin, torbanoota dhiyoo asitti duula walitti fufiinsaan kibbaa fi giddugaleessa biyyattiitti gaggeessaniin ajajoota olaanoo 12 dabalatee hidhattoota Al-Shabaab 285 ol ajjeesuu beeksise. Akka gabaasa Dhaabbata Oduu Biyyaalessaa Somaaliyaa (SONNA) jedhutti, duulawwan Alshabaab irratti gaggeeffaman kunneen naannolee Baay, Shabeelee Giddugaleessaa, Shabeelee Gadii fi Hiiraan keessatti kan gaggeeffaman yoo ta'an, humnoonni addaa Raayyaa Ittisa Biy...

    594 views Photo
  4. Open post

    Xiinxala Gadi Fagoo: Waldhabdeen daangaa, hongeenii fi hir’inni qabeenyaa walitti bu’iinsaa fi buqqaatii daangaa #Affaar fi #Somaalee irra deebi’ee hammeessaa jira Finfinnee, Sadaasa 24, 2026: Walitti bu’iinsi falmii daangaa, waliigalteewwan siyaasaa lafaa fi dorgommii bulchiinsota naannawaa keessatti hidda gadi fagoo qabu, yeroo ammaa hawaasa naannoo daangaa Affaar fi Somaalee jiraatan irra deebi’ee sodaachisaa jira. Walitti bu’iinsi hidhannoo haaromfame, daangaan lafa dheedichaa fi bishaanii irratti kaa’amuun, akkasumas namoonni qe’ee isaanii irraa baay’inaan buqqa’uun rakkoo waggootaaf ture daran hammeessaa jiru. Dabalataaf👇🏿 https://addisstandard.com/Afaanoromoo/?p=11287

    1,430 views Photo
  5. Open post

    Giddu-galli Qorannoo #Chaayinaa-#Afrikaa qorannoo imaammataa guddisuuf Finfinneetti hundeeffame Finfinnee, Sadaasa 24, 2026: Giddu-galli Qorannoo Chaayinaa-Afrikaa qorannoo waloo, waljijjiirraa imaammataa fi walta’iinsa barnootaa guddisuuf Yuunivarsiitii Finfinnee fi Inistiitiyuutii Chaayinaa-Afrikaa kan Akkaadaamii Saayinsii Hawaasaa Chaayinaa walitti fidu Sadaasa 20 Finfinneetti ifatti eebbifameera. Akka Daarektarri Olaanaan Dhimma Afrikaa Ministeera Dhimma Alaa Chaayinaa Duu Shiyaawuhuyii (Du Xiaohui) ibsanitti, giddu-galichi dhimmoota ammayyummaa, bulchiinsaa, nagaa fi nageenyaa, hiyyummaa hir’isuu fi misooma itti fufiinsa qabu irratti qorannoo fi marii imaammataa akka haala mijeessu e...

    1,800 views Photo
  6. Open post

    Tajaajilli haqaa #Itoophiyaa “qaama miidhamtoota qixaan hin taajjaajilu” jechuun biyyattin akka kan fooyyessitu jaarmayaan ogeeyyii seeraa addunyaa gaafate Finfinnee, Sadaasa 24, 2026: Komishiniin Ogeeyyii Seeraa Idil-addunyaa (ICJ) gabaasa mata-duree “Itoophiyaa keessatti Haqa Argachuu Namoota Qaama Miidhamanii: Danqaawwan Gama Seeraa, Dhaabbilee fi Raawwii” jedhu Sadaasa 18, 2026 Finfinnee, Itoophiyaatti ifoomseera. Gabaasichi akka mul’isutti, Itoophiyaan Waliigaltee Mirga Namoota Qaama Miidhamanii Dhaabbata Mootummoota Gamtoomanii (CRPD) erga raggaasistee waggoota 16 ol kan lakkoofsiste ta’us, ammallee seeronni, dhaabbileenii fi hojimaatni jiran namoonni qaama miidhaman namoota biroo wal...

    1,690 views Photo
  7. Open post

    #Itoophiyaa fi #Jibuutiin gahumsa buufata doonii fi fooyya’iinsa #koriidorii_daldalaa irratti mari’atan! Biyyoonni lamaan waqtii rooba gannaa itti aanu dura tajaajila loojistikii daldala galaanaa cimsuuf, akkasumas yeroo dooniiwwan itti turanii fi deebi’an hir’isuuf daandiiwwan filannoo kanneen akka Buufata Doonii Taajuuraa fi daandii Jibuutii-Galaafii (RN1) fooyyessuu irratti mari’ataniiru. Cuqaasi 👇🏾 https://addisstandard.com/Afaanoromoo/?p=11277

    1,510 views Photo
  8. Open post

    Oduu: Haleellaan meeshaa waraanaa naannoo #Tigraay #Allaamaaxaa keessatti namoota nagaa irratti raawwatame akka yakka waraanaatti qoratamuu qaba: #Amnesty Finfinnee, Sadaasa 24, 2026: Dhukaasni meeshaa waraanaa gurguddaa humnoota mootummaa federaalaa Itoophiyaa fi Humnoota Nageenyaa Tigraay (#TPF) waliin hiriiran dhuma Fulbaanaa magaalaa Allaamaaxaa, kibba Tigraay keessatti raawwataniin lammiileen nagaa ajjeefamuu fi hedduun madaa’uu isaanii ilaalchisee qorannoon yakka waraanaa ta’uu malu irratti gaggeeffamuu qaba jechuun Amnesty International gaafateera. Dhaabbatichi yeroo wal fakkaatutti, humnoonni Adda Bilisummaa Ummata Tigraay (TPLF) manneen barnootaa dabalatee naannawa uummanni baay...

    1,590 views Photo
  9. Open post

    #Itoophiyaan duula talaallii #pooliyoo daa’imman miiliyoona 11.3 irratti xiyyeeffate eegalte Duulli Sadaasa 21 eegalame kun, Dhaabbata Fayyaa Addunyaa (WHO), UNICEF, Global Polio Eradication Initiative (GPEI), fi michoota biroo waliin ta’uun Bulchiinsa Magaalaa #Finfinnee, #Oromiyaa, #Giddugaleessa_Itoophiyaa, #Kibba_Itoophiyaa fi naannolee Itoophiyaa #Kibba_Lixaa keessatti gaggeeffamaa jira. Akka WHO ibsetti, duulli talaallii weerara to’achuuf kanaan dura Gaambeellaa, Beenishaangul-Gumuz, fi kutaalee Oromiyaa kanneen akka #Wallagga_Lixaa fi #Qeellam_Wallaggaa dabalatee gaggeeffameen daa’imman miiliyoona tokkoo ol bira gahameera. Cuqaasi👇🏾 https://addisstandard.com/Afaanoromoo/?p=11270

    1,530 views Photo
  10. Open post

    Pireezdaantiin #Somaaliyaa jaarsummaa Muuseeveeniitiin marii filannoo gaggeessuuf walii galan; karoora filannoo kophaa qabanii turanis haqan Finfinnee, Sadaasa 24, 2026: Pireezdaantiin Somaaliyaa Hasan Sheek Mohaammad fi Pireezdaantiin Ugaandaa Yooweerii Muuseveenii mariin filannoo akka gaggeeffamu waliigaltee irra ga’an. Hoggantoonni kunneen waliigaltee irra kan ga’an, gaggeessaan Somaaliyaa guyyaa Wiixataa daawwannaa guyyaa tokkoo Kaampaalaatti taasisan irrattidha. Akka gabaasa Somaal Gaardiyaanitti (Somali Guardian), Hasan Sheek Mohaammad jaarsummaa Muuseeveeniitiin adeemsa marii humnoota mormituu Somaaliyaa hunda waliin gaggeeffamu fudhataniiru. Dabalataanis, karoorawwan filannoo kanaa...

    1,540 views Photo

Questions about Addis Standard Afaan Oromoo

How many subscribers does Addis Standard Afaan Oromoo have?

Addis Standard Afaan Oromoo (@AddisstandardAO) has 29,350 subscribers as of November 25, 2026.

How many people see a post on Addis Standard Afaan Oromoo?

A typical post gets about 1,600 views within 24 hours, roughly 6% of its subscribers (the ERR).

What is Addis Standard Afaan Oromoo about?

It is listed in News & Media, and posts mostly in Oromo.

Where does Addis Standard Afaan Oromoo rank?

By subscribers it is #2,497 in News & Media, #160 in 🇪🇹 Ethiopia, #25 among Oromo channels, #7,156 worldwide.

Does Addis Standard Afaan Oromoo post ads?

None of its 33 posts in the last 30 days carried an ad label such as #ad or Sponsored. Unlabelled promotions can’t be detected.

Statistics updated 2 hours ago.