VOA Afaan Oromoo
- №3 072 в категории «Новости и СМИ»
- №218: 🇪🇹 Эфиопия
- №34 среди каналов на языке «оромо»
- №10 150 в мире
VOA SOMAL https://t.me/SomaliVoice
- 24 часа
- +14
- 7 дней
- –
- 30 дней
- –
- Реакции
- 1
- Репосты
- –
- Комментарии
- –
Динамика подписчиков
Подписчиков у канала «VOA Afaan Oromoo»: 14 263. Средний охват поста за сутки около 581, вовлечённость 4,1 %.
По дням, последние 30 дней
| Дата | Подписчики | Изменение | Посты | Ср. просмотры поста |
|---|---|---|---|---|
| 25 ноя | 14 263 | +15 | 0 | – |
| 24 ноя | 14 248 | – | 0 | – |
Просмотры по возрасту поста
Средние просмотры в каждом возрасте, посты за последние 30 дней.
- 24 ч
- 581
- 48 ч
- 620
- 3 дня
- 653
Когда публикует
Время по UTC. 20 постов за 90 дней.
Последние посты
-
📘 BBC News Afaan Oromoo Namootni sa'aatii hirriibaa adda addaa maaliif akka qabaatan gaaffii hanga ammaatti hiibboo ta'ee jiru. Qorattoonni ragaalee hedduu walitti qabanii jiru. Namoota sa'aatii afur qofa rafan : ⏭️ https://bbc.in/48w2Wxb --------- 🗣Polyglot automatically translates messages in your group on the fly.
-
📘 BBC News Afaan Oromoo ⚽ Leenjisaa haaraa Maanchistar Yunaayitid, Maawuriisiyoo Poochetiinoo milkiin isa waliin hin turre. Tapha isaa jalqabaatiin injifatamuun maal akeekaaf? Leenjisaa itti abdatamu ta'uu danda'aa ? ➡️ https://bbc.in/3VIMp64
730 просмотров Фото -
📘 BBC News Afaan Oromoo Qorattoonni hanga sa'aatii hirriibaa namootaa waliin walqabatee jijjiirama qaccee sanyii argatan. Namoonni jijjiiramni qaccee sanyii kuni irra jiru yeroo idileetti gara ciisichaa deemanilleen baayyee dafanii hiriibaa dammaqu. Argannoo kana guutummaatti hubachuuf 👉👉
789 просмотров 1 Реакции -
📘 BBC News Afaan Oromoo Na argaa na argaan na dhoksi na dhoksi fida jedha Oromoon. Namuu beekamtii horachuuf waan safuu cabsullee dalaga. Beekamtiin garuu umrii gabaabsamoo ni dheeressa? Qorannoon haaraa bahe deebii kanaa argateera. 👉 https://bbc.in/4tgN4YQ --------- 🖼NSFW Remover - automatically delete inappropriate content in groups.
-
Osoo jaalalleen keessan dubartii biraa qabatee mana dhufe maal gootu? Waan dubartiin kuni goote adduma. 🇺🇸 https://t.me/VOAOromo
909 просмотров Фото -
"Fuulduratti maaltu ta'uu danda'a kan jedhu namni tokko illee karaa mirkanaa'een dubbachuu hin danda'u," jetti jirattuun magaalaa Maqalee. Tigraay bakka lolli ykn nageenyi hin jirre jechuun ibsu jiraattonni. Egereen naannichaa akkam ta'a? Dhuguma lolli TPLFfi Raayyaa Ittisaa gidduutti godhamu dhumateeraa? 🇺🇸 https://t.me/VOAOromo
-
Itoophiyaan daa'imman miiliyoona 11.3 pooliyoorraa tiksuuf naannolee shan keessatti talaallii eegalte. 🇺🇸 https://t.me/VOAOromo
-
Jalqaba Sudaan, ammammoo Somaaliyaan michuu Itoophiyaa UAE waliin wal dura dhaabbataa jiru. Ertiraanis Itoophiyaa duubaan kan gargaartu biyya xiqqoo irree gabbifatte kanadha jechuun himatti. Dhimma kanarratti xinxalaan siyaasaa Jawaar Mohaammad maal jedha? 🇺🇸 https://t.me/VOAOromo
-
Waraanni Iraan mana maree US keessatti garaagartee uume 🇺🇸 https://t.me/VOAOromo
654 просмотров Фото -
Itoophiyaan miseensa mana maree Sivil Aviyeeshinii Idil-addunyaa ta'un filamte Dhaabbanni kuni maal hojjeta? 🇺🇸 https://t.me/VOAOromo
673 просмотров Фото

673 просмотров Фото -
Umrii isaa sagalitti daandiirra jiraata ture. Waan nyaatullee hin qabu kadhatee nyaata. Gidiraa baay'ee arge. Har'a garuu bakka durii hin jiru. Weellisaa kadhaarraa ka'ee maqaa guddaa horate kuni eenyu? 🇺🇸 https://t.me/VOAOromo
659 просмотров Фото -
Waraanni Iraan mana maree US keessatti garaagartee uume 🇺🇸 https://t.me/VOAOromo
654 просмотров Фото
Вопросы о канале «VOA Afaan Oromoo»
Сколько подписчиков у канала «VOA Afaan Oromoo»?
У канала «VOA Afaan Oromoo» (@VOAOromo) 14 263 подписчика на 25 ноября 2026 г.
Сколько человек видят пост в канале «VOA Afaan Oromoo»?
Средний пост набирает около 580 просмотров за 24 часа, это примерно 4 % подписчиков (ERR).
О чём канал «VOA Afaan Oromoo»?
Канал в категории «Новости и СМИ», язык постов: оромо. Описание канала: «VOA SOMAL https://t.me/SomaliVoice»
Какое место занимает канал «VOA Afaan Oromoo»?
По числу подписчиков: №3 072 в категории «Новости и СМИ», №218: 🇪🇹 Эфиопия, №34 среди каналов на языке «оромо», №10 150 в мире.
Публикует ли канал «VOA Afaan Oromoo» рекламу?
За последние 30 дней ни один из 20 постов не помечен как реклама (#ad, Sponsored, «Реклама»). Рекламу без пометки определить нельзя.
Статистика обновлена 2 часа назад.