Gadaa Bank
- №156 в категории «Экономика и финансы»
- №155: 🇪🇹 Эфиопия
- №24 среди каналов на языке «оромо»
- №6 626 в мире
Gadaa Bank! New Generation's Bank. Linkedin: https://www.linkedin.com/company/gadaa-bank-sc/ instagram: https://www.instagram.com/gadaabanksc/ Facebook: https://www.facebook.com/gadaabanksc/ twitter:https://twitter.com/gadaabanksc
- 24 часа
- −31
- 7 дней
- –
- 30 дней
- –
- Реакции
- 9
- Репосты
- –
- Комментарии
- –
Динамика подписчиков
Подписчиков у канала «Gadaa Bank»: 32 795.
По дням, последние 30 дней
| Дата | Подписчики | Изменение | Посты | Ср. просмотры поста |
|---|---|---|---|---|
| 25 ноя | 32 795 | −32 | 0 | – |
| 24 ноя | 32 827 | −12 | 4 | 2 372 |
| 23 ноя | 32 839 | −23 | 0 | – |
| 22 ноя | 32 862 | −1 | 0 | – |
| 20 ноя | 32 863 | −17 | 2 | 5 805 |
| 19 ноя | 32 880 | – | 0 | – |
Просмотры по возрасту поста
Средние просмотры в каждом возрасте, посты за последние 30 дней.
- 6 ч
- 2 197
- 7 дней
- 5 607
Когда публикует
Время по UTC. 15 постов за 90 дней.
Последние посты
-
Фото
Смотреть в Telegram
2 170 просмотров
-
Фото
Смотреть в Telegram
2 160 просмотров
-
Baankiin Gadaa Konfiraansii Idil-addunyaa midhaan dheedhii fi Zayitaa 15ffaa irratti hirmaachaa jira. Konfiraansii kana irratti dhaabbileen biyya keessaa 295 fi kanneen biyya alaa 59 biyyoota 18 irraa dhufan hirmaachaa kan jiran yoo ta’u, kaayyoo guddaan konfiraansii kanaas, Dhaabbileen Al-ergitootaa muuxannoo akka wal jijjiiranii fi gabaa dabalataaf carraa akka waliif uuman taasisuuf kan qophaa’edha. Baankiin Gadaas, tajaajiloota Baankichaan kennaman hirmaattota kanaaf ibsaa, hariiroo dhaabbilee Al-ergitoota waliin qabu cimsuufis konfiraansii Magaalaa Finfinneetti taa’amaa jiru kana irratti hirmaachaa jira. Baankii Gadaa Baankii Dhaloota Haaraa ! Gadaa Bank is taking part in the 15t...
2 260 просмотров 15 Реакции -
ደንበኞች በማህበራዊ ሚዲያዎች ወይም እንደ WhatsApp፣ Telegram፣ Facebook፣ ኢሜይል፣ SMS እና ባልተጠበቁ የስልክ ጥሪዎች በሚደርሷቸው ጥያቄዎች ብቻ ተመስርተው ገንዘብ መላክ የለባቸውም። ማንኛውንም ገንዘብ ከመላካቸው በፊት በቀጥታ በስልክ በመደወል ማረጋገጥ አለባቸው። #GadaaBank #NewGenerationsBank Follow Gadaa Bank on: Facebook: https://www.facebook.com/gadaabanksc Instagram: https://www.instagram.com/gadaabanksc/ LinkedIn: https://www.linkedin.com/company/gadaa-bank-sc Telegram: https://t.me/GadaaBankOfficial X: https://x.com/gadaabanksc Youtube: https://www.youtube.com/@Gadaa-Bank Website: https://gadaabank.com.et/
-
Kabajamtoota Maamiltoota Keenya: Qajeelfama Baankiin Biyyoolessaa Itoophiyaa baaseen, herreega baankii keessanii sochoosuuf waraqaa eenyummaa Dijitaalaa (Faayidaa) waliin wal simsiisuutu isin irraa eeggama. Haaluma kanaan Maamiltoonni keenya hanga ammaa herrega Baankii keessanii eenyummeessa Dijitaalaa waliin wal hin qabsiisin jirtan Linkii https://fayda-v2.gadaabank.com.et/ kana fayyadamuun ykn dameelee baankii keenyaa qaamaan dhaquun akka wal simsiiftan kabajaan isin gaafanna. Baankii Gadaa Baankii Dhaloota Haaraa ! ውድ ደንበኞቻችን፣ የኢትዮጵያ ብሔራዊ ባንክ ባስቀመጠው አቅጣጫ መሠረት፤ የባንክ ሒሳባቹን ለማንቀሳቀስ ከፋይዳ መታወቂያዎ ጋር ማስተሳሰር ይጠበቅባችኋል፡፡ በመሆኑም፣ የባንክ ሂሳባችሁን ከዲጂታል መታወቂያ ጋር እስካሁን ያላገናኛችሁ ደንበኞቻችን፣ ይህንን ሊንክ https://f...
-
Tajaajila Intarneetii Gadaa Digital Kan dhaabbattootaaf Qophaa’e fayyadamuun sochii faayinaansii keessanii karaa halaalaa fi mijataa ta’een fayyadamaa. በገዳ ዲጂታል የኮርፖሬት ኢንተርኔት ባንኪንግ የድርጅትዎን የፋይናንስ እንቅስቃሴ ምቹና ሃላል በሆነ መንገድ ይጠቀሙ ። Jumu’aa Gaarii, መልካም ጁሙዓ #GadaaBank #NewGenerationsBank #GadaaAlRayyan Follow Gadaa Bank on: Facebook: https://www.facebook.com/gadaabanksc Instagram: https://www.instagram.com/gadaabanksc/ LinkedIn: https://www.linkedin.com/company/gadaa-bank-sc Telegram: https://t.me/GadaaBankOfficial X: https://x.com/gadaabanksc Youtube: https://www.youtube.com/@Gadaa-Bank Website: https://gadaabank.com.et/
-
Bank Anytime, Anywhere! Enjoy fast, secure, and convenient banking at your fingertips with Gadaa Bank Mobile Banking. Your bank is always with you! Gadaa Bank New Generation’s Bank! #GadaaBank #NewGenerationsBank Follow Gadaa Bank on: Facebook: https://www.facebook.com/gadaabanksc Instagram: https://www.instagram.com/gadaabanksc/ LinkedIn: https://www.linkedin.com/company/gadaa-bank-sc Telegram: https://t.me/GadaaBankOfficial X: https://x.com/gadaabanksc Youtube: https://www.youtube.com/@Gadaa-Bank Website: https://gadaabank.com.et/
-
Baankiin Gadaa Qonnaan Bultoota adda duree Magaalaa Hararii fi Naannoo isheef leenjii hubannoo Faayinaansii cimsuu kenne; Tajaajila Baankii Hawaasa bal'aa giddugaleessa godhate kennaa kan jiru Baankiin Gadaa, yeroo addaa addaatti leenjii hubannoo faayinaansii Qonnaan Bultootaa cimsu kennaa kan ture yoo ta'u, har'as Marsaa 36ffaaf Leenjii mata duree “ Hubannoo faayinaansii fi Ogummaa daldalaa” jedhuun Magaalaa Hararitti kenneera. Leenjiin kun Magaalaa Ciroo dabalatee iddoowwan adda addaatti kennamaa kan ture yoo ta'u, har'a sadaasa 05/2019 itti fufuun Magaalaa Hararitti qonnaan Bultoota adda duree 96 oliif bilisaan kenneera. Manaajerri Tajaajila Baankii Hawaasaa Baankii Gadaa ObboTash...
7 500 просмотров 27 Реакции -
Фото
Смотреть в Telegram
5 650 просмотров 3 Реакции
-
Фото
Смотреть в Telegram
5 130 просмотров 5 Реакции

Herrega Qusannaa Mudaarabah Gadaa AlRayyan keessaa tokko kan ta’e herrega qusannaa Hajjii fi Umraah “Labbayk Mudaarabah” tti qusachuun kaayyoo imala Hajjii fi Umraah keessan dhugoomfadhaa; bu’aa isaas qooddadhaa. ከገዳ አልራያን ሙዳራባህ የቁጠባ ሂሳብ አንዱ በሆነው የሀጅ እና ዑምራ “ለበይክ ሙዳራባህ” በመቆጠብ የሀጅ እና ዑምራ ጉዞዎን እውን ያድርጉ ፤ ትርፉንም ይካፈሉ። Realize your Hajj and Umrah travel with Gadaa AlRayyan “Labbayk Mudaarabah Saving”; & share its profit. #GadaaBank #NewGenerationsBank #GadaaAlRayyan Follow Gadaa Bank on: Facebook: https://www.facebook.com/gadaabanksc Instagram: https://www.instagram.com/gadaabanksc/ LinkedIn: https://www.linkedin.com/company/gadaa-bank-sc Telegram: https://t.me/GadaaBankOfficial X: https://x...
-
Ergaa Of-eeggannoo Kabajamoo maamila keenya, Taateewwan yakka ykn Hanna waliin walqabatan herrega qusannoo keessanii irratti yoo argitan ykn wanti isin shakkisiisu yoo jiraate, gara sarara bilbila bilisaa 641'tti bilbiluun eeruu keessan nuuf kennaa! Baankii Gadaa Baankii Dhaloota Haaraa! የጥንቃቄ መልዕክት! ውድ ደንበኞቻችን በቁጠባ ሂሳባችሁ ላይ ከስርቆት ወይም ከማጭበርበር ጋር የተያያዙ ክስተቶችን ካስተዋላችሁ ወይም አጠራጣሪ ነገር ካጋጠማችሁ፣ በነፃ ወደ 641 በመደወል ጥቆማችሁን እንድትሰጡን እንጠይቃለን! ገዳ ባንክ የአዲሱ ትዉልድ ባንክ ! #GadaaBank #NewGenerationsBank Follow Gadaa Bank on: Facebook: https://www.facebook.com/gadaabanksc Instagram: https://www.instagram.com/gadaabanksc/ LinkedIn: https://www.linkedin.com/company/gadaa-bank-sc Telegram: https://t.me/GadaaBa...
5 860 просмотров Фото -
Kabajamtoota Maamiltoota Keenya: Qajeelfama Baankiin Biyyoolessaa Itoophiyaa baaseen, herreega baankii keessanii sochoosuuf waraqaa eenyummaa Dijitaalaa (Faayidaa) waliin wal simsiisuutu isin irraa eeggama. Haaluma kanaan Maamiltoonni keenya hanga ammaa herrega Baankii keessanii eenyummeessa Dijitaalaa waliin wal hin qabsiisin jirtan Linkii https://fayda-v2.gadaabank.com.et/ kana fayyadamuun ykn dameelee baankii keenyaa qaamaan dhaquun akka wal simsiiftan kabajaan isin gaafanna. Baankii Gadaa Baankii Dhaloota Haaraa ! ውድ ደንበኞቻችን፣ የኢትዮጵያ ብሔራዊ ባንክ ባስቀመጠው አቅጣጫ መሠረት፤ የባንክ ሒሳባቹን ለማንቀሳቀስ ከፋይዳ መታወቂያዎ ጋር ማስተሳሰር ይጠበቅባችኋል፡፡ በመሆኑም፣ የባንክ ሂሳባችሁን ከዲጂታል መታወቂያ ጋር እስካሁን ያላገናኛችሁ ደንበኞቻችን፣ ይህንን ሊንክ https://f...
-
Baankiin Gadaa Qonnaan bultoota adda duree Magaalaa Ciroo fi Naannoo ishee irraa walitti babba’aniif leenjii kenne. Leenjiin kun mata duree “ Hubannoo faayinaansii fi Ogummaa daldalaa” irratti kan xiyyeeffate yoo ta'u, qonnaan bultoonni adda dureen 60 ol ta'an hirmaataniiru. Kaayyoo guddaan leenjii kanaa, qonnaan bultoonni waan argatan irraa qusachuu, Dhaabbilee Faayinaansii irraa liqeeffatanii hojii isaanii akka babal'ifatanii fi hubannoo daldala irratti qaban akka ciimsataniif kan qophaa’e ta'uu Manaajerri Tajaajila Baankii Hawaasaa Baankii Gadaa (Community Banking Division Manager) Tashoomaa Badhaadhaa himani. Daarikteerri Bulchiinsa Qabeenya Humna Namaa Baankii Gadaa Obbo Ulfaataa R...
5 760 просмотров 23 Реакции -
Фото
Смотреть в Telegram
5 650 просмотров 3 Реакции
-
Tajaajila Intarneetii Gadaa Digital Kan dhaabbattootaaf Qophaa’e fayyadamuun sochii faayinaansii keessanii karaa halaalaa fi mijataa ta’een fayyadamaa. በገዳ ዲጂታል የኮርፖሬት ኢንተርኔት ባንኪንግ የድርጅትዎን የፋይናንስ እንቅስቃሴ ምቹና ሃላል በሆነ መንገድ ይጠቀሙ ። Jumu’aa Gaarii, መልካም ጁሙዓ #GadaaBank #NewGenerationsBank #GadaaAlRayyan Follow Gadaa Bank on: Facebook: https://www.facebook.com/gadaabanksc Instagram: https://www.instagram.com/gadaabanksc/ LinkedIn: https://www.linkedin.com/company/gadaa-bank-sc Telegram: https://t.me/GadaaBankOfficial X: https://x.com/gadaabanksc Youtube: https://www.youtube.com/@Gadaa-Bank Website: https://gadaabank.com.et/
-
Фото
Смотреть в Telegram
5 200 просмотров
Вопросы о канале «Gadaa Bank»
Сколько подписчиков у канала «Gadaa Bank»?
У канала «Gadaa Bank» (@GadaaBankOfficial) 32 795 подписчиков на 25 ноября 2026 г.
О чём канал «Gadaa Bank»?
Канал в категории «Экономика и финансы», язык постов: оромо. Описание канала: «Gadaa Bank! New Generation's Bank. Linkedin: https://www.linkedin.com/company/gadaa-bank-sc/ instagram: https://www.instagram.com/gadaabanksc/ Facebook: https://www.facebook.com/gadaabanksc/ twitter:h...»
Какое место занимает канал «Gadaa Bank»?
По числу подписчиков: №156 в категории «Экономика и финансы», №155: 🇪🇹 Эфиопия, №24 среди каналов на языке «оромо», №6 626 в мире.
Публикует ли канал «Gadaa Bank» рекламу?
За последние 30 дней ни один из 15 постов не помечен как реклама (#ad, Sponsored, «Реклама»). Рекламу без пометки определить нельзя.
Статистика обновлена 2 часа назад.